Doktar Abiyyi yeroo aangoo ji’oota 18 keessatti badhaasota 15 argataniiru. Isaanis: 1. African Garand medal, 2. Golden Plate Award, 3.African leader ship magazine person of the year,4.Chatam House,5.UNESCO peace Prize, 6. Katarian... Read more »
Finfinnee: Ministirri Muummee mootummaa RFDI, Doktar Abiyyii Ahmad badhaasa Noobeelii Nagaa 100fa mo’achuusaanii sababeeffachuun dhaabbileen mootummaa federaalaafi naannolee addaddaa ergaa baga gammaddanii dabarsuurratti argamu. Haaluma kanaan Ministeerri Haajaa Alaa, Qonnaa, Saayinsiifi Dhaabbilee... Read more »
“Badhaasa Nobilii Doktar Abiyyi argataniin namnis ta’e dhaabbanni hingammadne jiraachuu qaba jedhee hin yaadu, yoo nama sammuunsaa hinhojjenne yoo ta’e malee. Hojiileen gama nageenyaatiin keessumaa gaanfa Afrikaarratti hojjetan ulaagaa badhaasichaa waan guutaniif... Read more »
Finfnnee: Badhaasni noobeelii Doktar Abiyyi Ahmad injifatan agarsiistuu nageenya, dhiifamaafi jaalalaaf abboomamuu akka ta’e Ittigaafatamanaan Sakreteriyaatii Pireesii Waajjira Ministira Obbo Nigusuu Xilaahun ibsan. Duudhaaleen kanneeniif yoo abboomne tokko taanee waa hunda mo’achuu... Read more »
Finfinnee: Paarkiin tokkummaa waggaa darberraa kaasee masaraa mootummaa keessatti qarshii biliyoona shaniin ijaaramaa ture Roobii darbe eebbifameera. Sirna eebbichaarratti qondaaltonni olaanaa mootummaa federaalaafi naannolee akkasumas gaggeessitootni biyyoota Afrikaa Bahaa kan argaman ta’uu... Read more »
Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nagaa bara 2019 injifachuu isaanii Koreen Badhaasa Noobeelii Noorweey beeksise. Doktar Abiyyi tattaaffii waggaa tokkoof walakkaa keessatti nageenya biyyattiis ta’e gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf,... Read more »
Finfinnee: Ijaaramuu mootummaa haaromsaa kanaan walqabatee sirni kabaja Irreechaa Hora Finfinnee waggoota 150f ugguramee ture barana geggeeffamuunsaa dhiigaan tokko ta’uu caalaa akka isaan gammachiise sabaafi sablammiileen dubbatan. Bulchiinsa Godina Halaabaatti Ittigaafatamaan Waajjira... Read more »