Haaromsa biyyattiitti adeemsifamaa jiruuf hiriirri deeggarsaa Ameerikatti bahame

Finfinnee: Sochiin jijjiiramaafi haaromsi biyyattiitti eegalame jajjabeessuurratti xiyyeeffate sababeeffachuun hiriirri deeggarsa Ameerikaa Kaabaa, Minesotaatti  Kamisa darbe gaggeeffame. Maqa balleessaan qaamota jijjiiramaa keessattuu Ministira Muummeerratti taasifamu haa dhaabbatu, sirni federaalizimii Itoophiyaaf filannoo miti,... Read more »

Buraayyuutti sochiin investimantii daaw’atame

Mootummaan naannoo Oromiyaa guddina dinagdee naannichaa ariifachiisuuf investimantiiwwan hojiirra jiran jajjabeessuufi haaraa simachuuf xiyyeeffannoon hojjetaa akka jiru ibsame. Jilli aanga’oota olaanaa naannichaa haala sochiilee invastimantii magaalaa Buraayyuu daaw’ateera. Kaayyoon daaw’annaa kanaa haala... Read more »

Ada’aa Bargaatti biqiltuuwwan miliyoona 9.6 dhaabuuf karoorfame

Ada’aa Bargaa: Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Ada’aa Bargaatti ganna kana biqiltuuwwan miliyoona 9.6 dhaabuuf karoorfamuusaa Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa aanichaa ibse. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Dajanee Zawudee dheengadda Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, biqiltuuwwan... Read more »

Arbaa Mincitti dhibee saree maraatuu

Arba Minci: Yuunivarsitii Arba Mincitti barsiisaa Wal’aansa Bineensotaa Doktar Idgat Abbaayinee akka jedhanitti, dhibeen saree maraatuu bineensotarraa bineensotatti, bineensotarraa namatti kan darbuufi lubbuu namaa kan galaafatuudha.  Dhibichi ajjeesaa ta’us hubannoon  hawaasni dhukkubicharratti... Read more »

“Hanga Itoophiyaa keessa jiraannetti biqiltuu dhaabuun nu ilaallata” -Lammiilee biyya alaa

Mugar: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad lammileen biyyattii ganna kana biqiltuuwwan biliyoona afur akka dhaabaniif waamicha taasisuun ofiis keessatti hirmaataa jiru. Kanaanis namni tokko biqiltuuwwan 40 akka dhaabuuf imaanaa kennaniiru. Bu’uuruma... Read more »

Oromiyaa waa hundaan ijaaruuf xiiqiin hojjetamaa jira jedhame

Finfinnee: Mootummaafi ummanni, Oromiyaa waa hundaan misoomteefi guddatte ijaaruufi jijjiirama biyyattiitti eegalame ceessisuuf xiiqiin hojjetamaa akka jiru Biiroon Dhimmoota Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa (BDhKMNO) beeksise. Hogganaan biirichaa, Obbo Admaasuu Daamxoo ibsa kaleessa... Read more »

Yaa’ii idilee Caffee Oromiyaa 10fafi dhimmootasaa

Finfinnee: Yaa’iin Caffee 10fa  bara hojii 5fa boruurraa  kaasee Adaamaa, Galma Abbaa Gadaatti kan gaggeeffamu ta’uu Waajjirri Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise. Yaa’icha dura har’aa tokko tokkoon miseensota Caffee magaalaa Adaamaati biqiltuu... Read more »

Biyyattiin baasiishee harka caalu galii biyya keessaatiin uwwisaa jirti

– Oromiyaatti qarshii biliyoonni 18.7 walittiqabame Finfinnee: Ministeerri Galiiwwanii bara bajataa 2011 Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa galii qarshii biliyoona 213 akka walitti qabuuf kan labse yoo ta’u, ministeerichi karooricha qarshii biiliyoona... Read more »

“Banamuun waldaa Maccaafi Tuulamaa diina birattiillee hiika olaanaa qaba” -Piroofesar Asafaa T. Dibaabaa

Finfinnee: Adooleessa 14 bara 2011, Wiirtuu Egzibishiinii Finfinneetti walarguuf Beellamameera. Sababnisaas gaaffiin deebi’ee banamuu Waldaa Walgargaarsaa Maccaafi Tuulamaa yeroo dheeraaf rarra’ee ture waan deebii argateef isa iftoomsuufi. Waldichi si’a sadii cufamee yeroo... Read more »

Gaaffii ummata Sidaamaafi heera RFDI

Finfinnee: Heerri Rippablikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI) keeyyata 47/1fi2 jalatti miseensotni mootummaa federaalaa bulchiinsa mootummoota naannolee saglanii (Oromiyaa, Amaaraa, Tigraayi, Somaalee, Affaar, Beenishaangul Gumuz, Ummattoota Kibbaa, Gaambeellaafi Hararii) ta’uu tumeera. Sabootni, sablammootniifi... Read more »