“WDO cimsuun dubartoota Oromoo gama hundaan cimsuudha” -Aadde Ababaa Bayyanaa

Adaamaa: Waldaan Dubartoota Oromiyaa (WDO) jaarmiyaa siyaassarraa bilisa ta’eefi dubartoota Oromoo hawaas-dinagdeedhaan fayyadamoo taasisuuf  bara 1993 dhaabateedha. Waggoota 18n darbanis rakkoo miseensotasaa gama hundaan hiikuuf sochii garagaraa taasisaa kan ture yoo ta’u,... Read more »

“Oromoon walirratti duuluu dhiisee waliif duuluu eegaleera” -Obbo Abbaaduulaa Gammadaa

Finfinnee: “Yeroo kaan diinaan cabaa, yeroo biraa immoo ofii walcabsaa ofiis salphannee sabas salphisaa turre.  Kan ta’uu malu garuu walitti iyyuu osoo hintaane, waliif iyyuu, walirratti duuluu osoo hintaane waliif duuluu, walsakaaluu... Read more »

Dhaabbilee barnoota olaanaarraa eebbifamuun ummata tajaajiluuf qophaa’uudha

Finfinnee: Dhaabbileen barnoota olaanaa mootummaafi dhuunfaa barattoota idileefi al idileen barnootasaanii hordofaa turan eebbisiisuurratti argamu. Yunivarsiitiin Finfinnees tibbana waliigalaan barattoota kuma sagaliifi dhibba jahaaf soddomii saddeet kan eebbisiise yoo ta’u, kanneen keessaa... Read more »

Adoolessa 22 bara 2011: Guyyaa duudhaa ashaaraa magariisaa

Finfinnee: Bara kana akka biyyaatti biqiltuuwwan biliyoona afur dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Adoolessa 22 bara 2011 ammoo guyyaa tokkotti biqiltuuwwan milyoona 200 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa kan jiru yoo ta’u, akka Oromiyaatti ammoo... Read more »

“Sirni Gadaa rakkoo har’a Itoophiyaas ta’e gaanfa Afrikaa mudachaa jiruuf furmaata” -Hayyoota

Jimma:  Seenaan abbaa wallaaltee dharri dharaan abbaa hinmallettti maxxante. Dhugaan wallaalaan bakka buutee ragaa sobaatiin haqa moote. Haqni dabdee kijibni qajeelte. Abbaa haqaa qaanfachiiftee isa dharaa afuuffee kijibaatiin boonsite. Oromoon gaafa diinaan... Read more »

“Oromiyaatti kennamaa kan jiru tajaajila lammummaa malee lammummaa miti” -Obbo Iisaa Boruu

Finfinnee: Caffeen Oromiyaa walga’iisaa torban kana taa’een labsii Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo Oromiyaa murteessuuf ba’e sagalee guutuudhaan mirkaneesseera. Kenni tajaajila lammummaa kaayyoowwan, dhaloonni akkaataa duudhaan sirna Gadaa barsiisuun naannoo isaaf ga’ee lammummaa... Read more »

Ummanni miliyoona 16 keemikaala filoraayidiitin miidhamaa jira

Finfinnee: “Bareedduu ilkaan aannanii” inni jedhu shamarran sulula qiinxamaa (riftivaalii)tiif faarsuu osoo hintaane arrabsuu fakkaata.  Dubartii martii gaaddisaa, tan fuulli daaw’itii, tan ijji ji’a goobane fakkaatutu diimina ilkaaniitiin bareeda afaan ajaa’e ta’aa... Read more »

Daandii Qiilleensa Itoophiyaa gurguruuf ariifachuun sirrii miti jedhame

Finfinnee: Karoorri mootummaan Daandii Qilleensa Itoophiyaa gara dhuunfaatti naannessuuf qabate bu’aa qabeessummaa ammaan tana dhaabbatichi irra jiruun sirrii akka hintaane Obbo Girmaa Waaqee ibsan. Adeemsisaan hojii duraaniifi miseensi Boordii Daandii Qilleensa Itoophiyaa,... Read more »

Irreechi birraa dhufu walargaan handhuura Oromiyaa, Hora Finfinneetti

Finfinnee: Oromoon sirna Gadaatiin bula. Duudhaalee sirna Gadaa keessaammoo Irreechi isa tokko. Irreessi galateeffannaadha. Waaqa isa seeroota hintuqamne ja’aan, lafa, samii, tulluu, malkaa, abbaafi haadha uume galateeffata. Kanas yoo dhuunfaan ta’e yeroo... Read more »

Sirna federaalizimiifi heerarratti mariin geggeeffame

Mariin sirna federaalizimiifi heerarratti xiyyeeffate Yunivarsitii Maqaleetti geggeeffame Waltajjicharratti sirna federaaliizimii diiguuf yaaliin aasifamu kamuu Itoophiyaa kallattii hintaanetti galchuu mala jedhameera. Pirezdaantiin Yuunvarsiitii Maqalee Kindayaa Gabrahiywat marichi waliin jireenya sabootaafi sablammoota ummattoota... Read more »