“Ijaarsa warshaa xaa’oof lafa qonnaa keenyarraa buqqaanee rakkoof saaxilamne” -Qonnaan Bultoota Aanaa Yaayyoo

Yaayyoo:  Ijaarsa Warshaa Xaa’oo Yaayyoof qonnaan bultoonni beenyaa madaalawaafi bakka bu’iinsa lafaa osoo hinaragatiin lafa qonnasaaniirraa buqqa’an rakkoolee addaddaaf saaxilamaa jiraachuu ni dubbatu. Qonnan bultoota buqqaafaman keessaa dargaggoo Hasan Ibraahiim isa tokko... Read more »

Itoophiyaa bosona, nageenya, jaalalaafi dhiifama gonfachiisuun akka barbaachisu ministirri muummeen hubachiisan

Finfinnee: Akkuma biyya keenya bosonni irraa golgolaa’ee bosonaan uwwisuuf kaane Itoophiyaa nagaa, jaalalaafi dhiifama dhabdee rakkataa dhufte tokko taanee nageenya, jaalalaafi dhiifama gonfachiisuu qabna jechuun Ministirri Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad... Read more »

Gaaffilee ofiin of bulchuu ka’aa jiran deebisuuf bu’aan qorannoo dhihaate

-Qorannichi Godina Sidaamaafi Hawaasaa hin hammanne Finfinnee:  Naannolee guguddoo biyyattii afran keessaa tokko kan ta’e Naannoon Ummattoota Kibbaa, sabootaafi sablammootaa 56 ta’an of keessatti  hammatee argama. Yeroo mootummaa ce’umsaatti naannolee shanitti qodamee... Read more »

Buufata konkolaataa Adaamaarratti komii konkolaalchistootaa

Adaamaa: Abbaan Taayitaa Geejiba Oromiyaa naannoo Oromiyaatti buufataalee konkolaataa sagal bifa ammayyaawaan waggoota lama keessatti qashii biliyoona 1.7n ijaarsisuuf karoorfatee hojjechaa jira. Kanneen keessaa buufatni konkolaataa Adaamaa tokko yoo ta’u, ji’oota sadan... Read more »

Waldaan Qorannoo Oromoo yaa’iisaa waggaa Finfinneetti geggeeffataa jira

Finfinnee: Waldaan Qorannoo Oromoo (Oromo Studies Association -OSAn) yaa’iisaa 33fa kaleessarraa eegalee guyyoota sadiif turu handhuura Oromiyaa, Finfinneetti taa’aa jira. Pirezdaantiin waldichaa Aadde Kuulanii Jaalataa baniinsa yaa’ichaarratti haasawa taasisaniin waldichi aadaa, eenyummaafi... Read more »

“ADWUI n sharrii durii dhiisuu waan hindandeenyeef jijjiiramnis, ce’uumsis hinjiru” -Pirofeesar Ezqi’eel Gabbisaa

Jimma:  Mormiin ummataa waggoota afuriif taasifamaa ture paartii  waggoota 27f biyyattii bulchaa jiru guutummatti diigee isa birootiin bakka buusuu baatus namootni jijjiirama fedhan paarticha keessatti akka uumamaniifi gara fuulduraatti akka bahaniif carraa... Read more »

“Nummoo bosona ijoollee abbaa Gadaa qabaachuuf biqiltuu ni dhaabna” -Artiistoota Oromoo

Finfinnee: Roobii darbee abbootiin Gadaa, abbootiin amantii, artiistoonni, daldaltoonniifi hoggantoonni miidiyaa Waajjira Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kaayyoo waloo tokkoof hanga galmi isaan hanqatutti walitti qabamaniiru. Kaayyoonsaaniis waamicha ilma abbaa Gadaa, Abbichuuf awwaachuufi.... Read more »

“Barnootni Afaan Oromoo kan eegalame, Amaariffa dura” -Hayyoota

Jimma: Biyya sabaafi sablammoota hedduu taate keessatti olaantummaan afaan tokkoo qofti akka uumamu ta’e jedhamee sirnoota darbaniin hojjatamaa turuusaatiin godaannisni seenaa uumameera. Sirni bulchiinsaa sabootaafi ummattoota hundaa fedhaanis ta’ee humnaan bulchaa ture... Read more »

Gaazexaan Bariisaa torbanitti al sadii maxxanfamuufi

Finfinnee: Waggoota 42 darbaniif torbanitti al tokko maxxanfamaa kan turte Gaazexaan Bariisaa torbanitti al sadii maxxansiisuuf karoorfamuu walittiqabaan Boordii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa ibsan. Walittiqabaan boordichaa, Obbo Kaasaahun Goofee, sirna eebba gaazexoota jijjiirama... Read more »

Adooleessa 22: Waamicha Abbichuu ooluun booreedha

Guyyicha Oromiyaa qofatti biqiltuu mil. 300 dhaabuuf qophiin xumurameera Finfinnee: Iftaan, Adoolessa 22 akka guutuu biyyaatti biqiltuu miliyoona 200 dhaabuuf karoorri kan qabame yoo ta’u, Oromiyaa qofatti miliyoona 300 dhaabuuf qophiin hundi... Read more »