Finfinnee: Dargaggoonni hunda caalaa jaalala biyyaa dursuu akka qaban abbootiin amantii, Abbootiin Gadaa, jaarsoliin biyyaafi namoonni beekamoon gaafatan. Qaamoleen kunniin waltajjii hariiroo ummatoota Oromoofi Amaaraa cimsuu dheengadda Finfinneetti geggeeffameen haala yeroo biyyattiirratti... Read more »
Finfinnee: Ministeerri Qonnaa mootummaa RFDI omishaaleen midhaanii gahan rooba yeroosaa hineegganne jalaa yeroodhaan akka sassaabamaniif tumsi kutaalee hawaasa maraa barbaachisaadha. Qonnaan bultootnis hatattamaan omishasaanii sassaabbachuu akka qaban hubachiise. Daariktarri Jeneraalaa eegumsa fayyaafi... Read more »
Muka Xuurii: Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaaa Kaabaa, Aanaa Waacaaleetti warshaaleen simintoo, jibsamiifi burcuqqoo qarshii miliyoonni 300 ol ittibahe hojii malee dhaachuunsaanii ibsame.Abbootiin qabeenyaa eeyyama fudhataniin hojjechuurra filmaatawwan biroo barbaaduu eegaluunsaanii eerameera. Ittigaafatamaan... Read more »
Itoophiyaattimmoo guyyaan du’aatii namoota 85f sababadha jedhameera. Xiinxallii Oduu Dhibeewwan ilmaan namaa huban maqsuuf tajaajilli kenniinsa dawaalee ammayyaa waggota 80 dura jalqabus itti fayyadamasaarratti hojiin hubannoo uumuu laafaa ta’uusaan akka addnuyaatti namoonni... Read more »