Finfinnee: Waggoota shanan darbaniif hawaasni biyyattii aadaa mana fincaaniitti fayyadamuu akka dagaagfatuuf duulli hojii hubannoo uumuuf taasifamaa ture bu’aa buusuu eegaluu Ministeerri Fayyaa beeksise. Itoophiyaatti sababoota guguddoo du’aafi miidhaa qaamaatiif nama saaxilaa... Read more »
Qoshee: “Misooma jallisii iddoo biraatti hawwaa turre carraan nu ga’ee qe’ee keenyatti ijaaramuusaatiif gammachuun gaafasii har’as fuula kiyya duraa hinbadu. Iddoon nuti jiraannu kun waqtii bonaatti hoo’iifi bubbeensaa hedduu kan nama rakkisu... Read more »
Finfinnee: Sadarkaa Afrikaatti isa jalqabaa kan ta’e agarsiisni fayyaa biyyoolessaa Finfinnee, galma Barkumeetti Wiixata, Sadaasa 22 hanga 24 bara 2012tti mataduree, “Fayyaa koo nan eeggadha” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uu Waldaan Hojjechiistoota Dhaabbilee... Read more »
Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa murtee ummata Sidaamaa har’a kan ibsu ta’uu beeksise. Adeemsi sagalee kennuu murtee ummata Sidaamaa Sadaasa 10 bara 2012 kan gaggeeffame yoo ta’u, sagaleen kenname lakkaa’amee xumuramee bu’aan murtee... Read more »