“Dursinee alseerummaarratti waan hojjenneef baruu barsiisuun yunvarsiitichaa hingufanne” -Doktar Kallalawu Addisuu

Boongaa: Adeemsi baruu barsiisuu akka hingufanneef hordoffiin walirraa hincinne taasifamaa jiraachuu Yunvarsiitiin Boongaa ibse. Pirezdaantii Ittaanaan yunvarsiitichaa Doktar Kallalawu Addisuu ibsa addatti gaazexaa Bariisaaf dhiheenya kennanniin akka jedhanitti, hudhaaleen baruu barsiisuuf gufuu... Read more »

“Dandeettii raawwachiistummaa dhaabbilee mootummaa dabaluun ergama keenya isa guddaadha” – Aadde Wubaamlaak Isheetuu

Finfinnee: Leenjii gaggabaaboo irraa hanga gorsaafi hojiiwwan qorannoo garagaraa taasisuudhaan waggoota 60 kan lakkofsiise Inistitiyuutiin Hoggansa Hojii Itoophiyaa (IHHI), keessattuu hanqinoota raawwachiistummaan walqabatanii dhaabbilee mootummaafi miti mootummaa irratti mul’atan guutaa jiraachuun dhaabbata... Read more »

Guraagiffa afaan barnootaa gochuuf murtii siyaasaatu eegama

Walqixxee: Akkaataa heera RFDItti sabaafi sablammiileen mirga afaan ofiitiin barachuu, aadaafi duudhaasaanii guddisuu kan qaban ta’us ummanni Guraagee isa kana dhabuun afaan saba biraa akka baratu taasifamaa tureera. Sabichi hayyoota barataniifi gahumsa... Read more »

“Qalbeeffatan malee fiiganiif iddoo yaadan hinqaqqaban” -Konkolaachistoota qaxalee

Adaamaa: Obbo Jiyaad Abbaa Maccaa Godina Jimmaatti Jiraataa Aanaa Qarsaa yoo ta’an, hojii konkolaachisummaarratti bobba’anii argamu. Erga hojii kana eegalanii waggoota 30 ol ta’us hanga yoonaa takkaa balaa hinqaqqabsiifne, rakkoofis hinsaaxilamne. Waggoota... Read more »

“Torban torbaniin muudna malee hoogganaa hojiirra ciisu baannee hindeemnu” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Gamaagamni raawwii hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana lammaffaa Roobii darbe adeemsifame kan hojii itti kenname sirnaan raawwate kan itti jajameefi kan hanqina qabuufi raawwiin isaa guutuu hintaane kan akeekkachiisni  itti... Read more »

Tajaajila abbaa seerummaarratti maamiltoonni maal jedhu?

Finfinnee: Komiiwwan adda addaa kenniinsa tajaajila abba seerummaarratti kanaan dura abbootii dhimmaan dhiyaataa turan si’ana maal akka fakkaatu hubachuuf Kamisa darbe gara mooraa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti gorree turre. Achittis dursinee abbaa... Read more »

“Sochiin taasifamaa jiru gaaffiilee deebisuu keessatti gahee olaanaa qaba” – Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Naannolee saglan Itoophiyaan qabdu keessaa tokko Naannoo Ummatoota Kibbaati. Naannoon saboota 56 qabatee godinaalee 17fi aanaalee addaa torbaan hundaa’e tajaajilaa jiru kun otoo danaa ammaatiin hinijaaramiin dura naannolee shanitti kan qoodame... Read more »

Taaksiin Meeshaalee bu’uraarratti dabalame hinjiru

Labsiin taaksii ekaayizii dhiheenya kana wixineensaa qophaa’ee irratti mari’atamaa jiru meeshaalee bu’uraa kanneen akka zayitii, sukkaaraafi ashaboorratti taaksiin dabalame bakka hinjirretti daldaltootni tokko tokko daballii gatii gochaa jiraachuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Dhimmicha... Read more »

Barattoonni 25 Dubaayitti carraa barnoota tolaa argatan

Finfinnee: Barattoonni Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaa 25 Dubaayitti carraa barumsaa argachuusaanii daarektarri mana barumsichaa ibsan. Daarektarri mana barumsichaa Doktar Hirphasaa Caalaa ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin,  barattoonni kunniin dorgommii sadarkaa biyyaalessaatti... Read more »

Barnoota dhiisuun fala qabsoo tarkaanfachiisu miti

Jimmaa: Barnoota barachuu dhiisuun fala qabsoo tarkaanfachiisu akka hintaane Yunivarsiitiin Jimmaa ibse. Pirezidaantii ittaanaan yunivarsitichaa, Doktar Korraa Tushuunee ibsa dheengadda gabaasaa Gaazexaa Bariisaa waajjirasaaniitti argameef kennaniin akka jedhaniti, lammiin biyyasaatiif qabsaa’u kamuu... Read more »