ODUU
Finfinnee: Ummatni Itoophiyaafi Somaaliyaan aadaa, seenaa, jireenya hawaasummaafi dhimmoota biroon ummattoota hariiroo jabaafi walfakkeenya qaban ta’uu hayyootni seenaafi siyaasaa ni ibsu. Seenaa keessatti ummatni hariiroofi walitti dhufeenya gaarii qabu sababa walgaareffannaa ilaalcha... Read more »
Barsiisota qorumsa ga’umsa ogummaa fudhatan 25000 keessaa kan darban muraasa” -Doktar Tolaa Bariisoo
Finfinnee: Rakkoo qulqullina barnootaaf hudhaa ta’an keessaa ga’umsi ogummaa akaakuu barnootaa barsiisan mo’achuu dhabuun isa tokko yoo ta’u, hudhicha bu’uurarraa furuuf tattaaffiiwwan garagaraa taasifamaa turuun niyaadatama. Haaluma kanaan bara barnootaa 2016 keessa... Read more »
Finfinnee: Bara 2017 bara milkaa’ina rogawwan maraan bara seenaa biyyattii keessatti yeroo mara eeramu taasisuuf hunduu of qopheessuu akka qabu Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) ibsan. Barri 2017 bara idaan biyyattii itti... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan biyya sabootaafi sablammootaa waan taateef afdaneessummaa hojiittii hiikuun filannoo osoo hintaane dirqama. Oromoon saba guddaa biyyattii ta’ee osoo jiruu hanga har’aattuu handhuurasaa Finfinnee keessatti afaansaan fayyadamuun akka cubbuutti warra ilaalantu... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaafi Chaayinaan waliigaltee waloo 17 waliif mallatteessuu Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Fooramiin walta’iinsa Chaayinaa-Afrikaa magaalaa guddoo Chaayinaa, Beejiingitti geggeeffame. Minitirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad fooramicharratti argamuudhaan Pirezidaantii Chaayinaa Shii... Read more »
Finfinnee: Paartiileen siyaasaa morkattootaa bara haaraa 2017 ilaalchisee gama nageenya, dinagdeefi hawaasummaan hawwii qaban ibsan. Paartiilee kunneen Wiixata darbe, barri haaraan 2017 Itoophiyaaf bara nageenyi waaraan itti dagaagu, guddinni dinagdee saffisaan itti... Read more »
Lukkuu miliyoona sadiifi killee miliyoona 20 ni dhiyaata Ayyaanota ummataas ta’e jijjiirama bara haaraan walqabatee dhiyeessiin omishaalee kabaja ayyaanotaaf oolanii yeroo maraa xiyyeeffannaa ummataati. Qaala’iinsi jireenyaa hanqinna dhiyeessiin mudatu gabaa ayyaanaatti baasii... Read more »
Finfinnee: Riifoormii damdaneessa taasifameen biyya cabiinsa roga maraarraa baraaruun danda’amuu Pirezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii ibsan. Obbo Awwaluun, Qaammeen 2 mataduree “Riifoormiin Tajaajila Caalmaaf” jedhuun sadarkaa naannoo Oromiyaatti kaleessa... Read more »
Finfinnee: Ayyaanota jijjiirama bara haaraa, Masqalaafi Irreechi duudhaasaanii eeggatanii akka kabajamaniif qaamoleen nageenyaa biyyattii qophii taasisuu ibsan. Lammiilee hundaafis ergaa baga bara haaraa nagaan geessanii dabarsaniiru. Komishinarri Jeneraalaa Ittaanaan Komishinii Poolisii Federaalaa... Read more »
Finfinnee: Finfinnee kaleessa Oromoon dabaan keessaa buqqa’e keessatti feestivaala Goobeefi Shinooyyee deebisnee bilisummaadhaan kabajaneerra jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Sinbiruu. Feestivaalli Goobeefi Shinooyyee marsaa 6ffaa walta’iinsa Biiroo Aadaafi Turizimii... Read more »