
Waasihun Takileetiin Finfinnee: Waldaan hojii gamtaa riqicha abdii jireenyaa lammiileetti horuufi badhaadhinatti ceesisu ta’uu Daariktarri Waldaa Hojii Gamtaa Federaalaa Obbo Usmaan Suruur ibsan. Obbo Usmaan marii rifoormii mana hojichaarratti gaggeeffamaa jirurratti argamuun... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Waldaan Caffee Dargaggoota Hojii Gamtaa Waliigalaa hudaa’ee yeroo gabaabaa keessatti gara hojiitti seenee hojjechaa jira. Waldichi dargaggoota dinagdeedhaan cimsuurratti xiyyeeffatee hojjechaa kan jiru yoo ta’u, torban darbe fuduraafi muduraa... Read more »

Takkaaliny Gabayyootiin Finfinnee: Gaazexeessitoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa tarkaanfii murna ABUTrratti fudhatame gabaasaa turan shan keessaa gaazexeessaa Iyyaasuu Massalaa tokkodha. Innis yaadannoosaa guyyoota afurtamaa ilaalchisee tibbana Gaazexaa Bariisaa waliin turtii kan taasise yoo... Read more »

Gaazexeessitoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa tarkaanfii seera abachisiisuu mootummaan federaalaa murna ABUT (juuntaa) irratti fudhachaa turerratti hirmaachuun gabaasaa turan shan keessaa ogeessi kaameraa suuraa Iyyoob Tafarii tokko yoo ta’u, turtiisaa guyyoota afurtamaa ilaalchisee... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Abbaan Taayitaa Birodkaastii Itoophiyaa miidiyaa biyyattii keessatti korniyaa idileessuuf qajeelfama Afaan Oromoo, Amaariffaafi Ingiliffaan qopheessuusaafi afaanota biroottis dhiheenyatti kan hiikamu ta’uun ibsameera. Daarektarri Dhimma Korniyaa abbaataayitichaa Aadde Dureettii Taaddasaa... Read more »

Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Itoophiyaa sabaafi amantiin gargar baasuuf diinonni fedhii qaban har’as hinbadne jechuun Ministirri Muummee Mootummaa Dimokraatawaa Rippablika Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Ministirri muummee Doktar Abiyyi Ahmad Kibxata darbe Naannoo... Read more »

Bayyanaa Ibrahimiin Mooyyalee: Waggoottan hedduuf rakkoo bishaan dhugaatii hamaa keessa kan turte magaalli Mooyyalee, dhiheenyatti rakkoo kana jalaa bahuuf akka jettu Bulchiinsi Aanaa Mooyyalee ibse. Naannawi magaalattiin irratti argamtu sun gammoojjii ta’uusaatiin... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Waggoota 27 darban kan naannoleen ofiisaaniitiin ittiin of bulchan osoo hintaane gareen tokko warreen hafan akka ofii fedhetti bulchaa waan tureef federaaliizimii maqaan malee akka hinturre miseensi raawwachiistuu duraanii... Read more »

Finfinnee: Finfinnee, aanaalee 121 keessatti lafti kaare meetira miliyoona 13fi kuma 523fi 634 karaa seeraan alaa weeraramuu bulchiinsi magaalattii ibse. Weerarichi kutaalee magaalotaa hundatti mul’atus keessumaa Boolee, Eekkaa, Nifaas Silkiifi Laaftoo, Aqaaqii... Read more »

Finfinnee: Yunivarsitiin Maqalee barattoota marsaa 28faf barsiisaa ture kuma sadiifi 291 Kamisa darbe eebbisiise. Barattoota eebbifaman keessaa kumni sadiifi 390 digirii jalqabaatiin, tokko ammoo digirii sadaffaa (PhD)n eebbisiiseera. Sirnacharratti kan argaman raawwachiisaa... Read more »