
Adaamaa: Ijaarsi Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddichaa erga eegale waggaa 10 guuteera. Yeroo sana waggaa shan keessatti humnaafi dandeettii ilmaan biyyaatiif xumuruuf ture kan karoorfame. Ta’us ijaarsicha abbummaadhaan adeemsisaa kan ture Meetek, walitti... Read more »

Adaamaa: Obbo Fiqaaduu Bahaayluu Dhaabbata ‘Hortikeemikaal Naashinaal Tireedingitti’ ogeessa daldalaa yemmuu ta’an, dhaabbannisaanii waggootan kurnan darbaniif keemikaalota farra aramaafi ilbiisotaa gara garaa qonnaan bultoota biyyattiitiif dhiheessaa turuu dubbatu ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Weerarri Awwaannisaa baranuma yeroo lammaffaaf naannoo Affaar, Somaaleefi Oromiyaa bahaatti mudateyyuu miidhaan dhaqqabsiise garuu hangas mara yaaddessaa akka hintaane Ministeerri Qonnaa ibse. Gahumsa horatameen weeraricha salphumatti ittisuun kan danda’ame... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Kaampaaniin Inshuraansii Awaash yeroo dinagdeen sababa vaayirasii koronaatiin dinagdeen daran qabbanaa’e kanatti tarsiimoo addaa Afrikaa bahaatti dorgomaa isa taasisu baafatee hojiitti galuu ibse. Karoora tarsiimawaa waggoota kudhanii baafate kanaaf... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Omishaafi omishtummaa bunaa guddisuu, ammayyeessuufi qulqullinasaa mirkaneessuurratti xiyyeeffatanii hojjechuun guddina biyyattii si’eessuu keessatti gumaacha olaanaa qaba. Hogganaa Ittaanaafi Ittigaafatamaan Misooma Damee Bunaafi Muduraa Biiroo Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa Obbo... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Beela’aa nyaachisuufi dheebotaa obaasuun duudhaalee Sirna Gadaa keessa isaan ijoodha. Deggersi Abbootiin Gadaafi Haawwan Siinqee ummata naannoo Tigraayiitiif Roobii darbe taasisanis wanuma duudhaan Sirna Gadaa isaan ajaju ta’uu dubbatu... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Qarcaansheen dhaabbata omishaafi omishtummaa bunaa ammayyeessuufi galii bunarraa argamu guddisuun guddina dinagdee biyyattii utubuuf hojjechaa jiruudha. Dhaabbatichi hojiilee misoomaa mootummaan hojjechaa jiru milkeessuuf yeroowwan gara garaa deggersa maallaqaa taasisaa... Read more »

Riippoortara Gaazexichaatiin Finfinnee: Ummanni Godina Wallagga Lixaaguyyoota muraasa darbanitti walitti aansuun hiriira balaaleffannaa garee ABO Shanee geggeessuusaafi saaxiluu taasisuu Waajjirri Dhimmoota Kominikeeshinii Godinichaa ibse. Haalli nageenya godinichaas yeroo kamuu caalaa fooyya’aa jiraachuu... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Qixxa lamaan magaalaa Finfinnee, kan ture gabaan fuduraafi muduraa piyaassaa jaarraa walakkaa oliif hawaasa magaalattii tajaajilaa tureera. Ta’us gabichi rakkoolee walxaxoo hedduuf saaxilamaa ture. Dukkaanawwan gurgurtaa mootummaan gatii gadaanaan... Read more »

Bayyanaa Ibraahimiin Adaamaa: Aadde Fiqaadee Jootee Godina Arsiitti jiraattuu Aanaa Zuwaay Dugdaa yemmuu ta’an, mukkeen naannawasaanii yeroorraa yerootti ciramaa dhufuusaaniitiin bona bubbee hamaaf, ganna immoo lolaa cimaaf saaxilamaa dhufuusaatiin jireenyisaanii rakkoo keessa... Read more »