
Sinqinash Alamuutiin Finfinnee: Boordiin Filannoo Biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa 6faf qophii waliigalaa taasisaa kan jiru yoo ta’u, kanaanis haguuggii seerotaa qopheessuurraa kaasee saffisaan hojiilee hedduu hojjechuurratti argama. Wayita ammaa ammoo galmeessa kaadhimamtootaa... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Seenaa Itoophiyaa keessatti injifannoon Adwaa sabootaafi sablammoota maraaf hiika guddaa qabaachuunsaa kan beekamuudha. Keessattuu ammoo lolicha adda durummaan gaggeessaa kan turan ‘fitaawraarota’ Oromoo waan ta’aniif sabichaaf hiikaansaa daran olaanaadha. Injifannoon... Read more »

Haasaa guutuun Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootumma Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa Kabaja ayyaana Adwaa waggaa 125fa Finfinnee, Adda Babayii Masqalaatti geggeeffamerratti taasisan kunooti: Nuyi oolmaa oollee, garuu dubbatachuu dadhabne. Oolmaa oolletu, haasa’achuu dadhabne,... Read more »

Filannoo biyyaalessaa jahaffaaf maanifestoofi yaadni filannoo Badhaadhinaa ifatti ibsamus fedhii ijoon filannichaan Itoophiyaafi Itoophiyaanota mo’attoota taasisuudha jechuun Ministirri Muummee Mootummaa RFDIfi Pirezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Doktar Abiyyi Ahmad beeksisan. Miministirri Muummeen Wixata darbe... Read more »

Riippoortara gaazexichaatiin Miidhaa olaanaa gareen ABUT bu’uuraalee misoomaarraan ga’een dhaabbileen tajaajilarraa galii argachuu malan qarshii biiliyoona 2.9 ol dhabuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksise. Haleellaafi yakka biyya ganuu gareen ABUT raawwateen bu’uuraalee misoomaa... Read more »

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Hospitaala wal’aansa Haadholiifi Daa’immanii Maqaa Abbabachi Goobanaan moggaase dheengadda eebbifameera. Hospitaalli kun duraan Akkaadaamii Hoggansaa Mallas Zeenaawwii jedhamaa kan ture yoo ta’u, bulchiinsichi meeshaaleen wal’aansaa ammayyaafi ijaarsi dabalataa qarshii... Read more »

Waaqshuum Fiqaaduutiin Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa qonnaan bulaan Oromoo sababa misoomaatiin qe’eefi qabeenyasaarraa akka hinbuqqaane, kan kanaan duraas beenyaa gahaa malee buqqa’e beenya akka argatu taasisuufi deebisanii dhaabuurratti xiyyeeffannoo addaatiin hojjechaa jiraachuu... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Ji’i Guraandhalaa ummata gurraachaaf, keessattuu lammiilee Afrikaatiif hiikaa guddaa qabaachuu hayyootni seenaa galmee seenaa wabeeffachuun ni ibsu. Kunis ji’a sirna gita bittaa koloneeffattoota Awurooppaa jalaa bilisooman ta’uusaati. Akka Itoophiyaattis... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Qurxummiin nyaatawwan qaroomina sammuutiif fayyadan keessaa adda durummaan eerama. Waggoota muraasaa as aadaan qurxummii nyaachuu ummata Itoophiyaa biratti babal’achaa, gatiin nyaata qurxummii daran dabalaa, gama biraatiin ammoo akaakuuwwaniifi omishni... Read more »

Adaamaa: Ijaarsi Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddichaa erga eegale waggaa 10 guuteera. Yeroo sana waggaa shan keessatti humnaafi dandeettii ilmaan biyyaatiif xumuruuf ture kan karoorfame. Ta’us ijaarsicha abbummaadhaan adeemsisaa kan ture Meetek, walitti... Read more »