
Shororkeessichi TPLF Magaalaa Wagal Xeenaa Aanaa Dalantaatti qonnaan bultoota 11 ganda tokkorraa walitti qabuun jumlaan ajjeessee jumlaan awwaaluusaa jiraattoonni naannawicha dubbatan. Aanaa Dalantaa Ganda Basaqaatti naannawaa 24Tsahaay Mawucaa jedhame waamamutti gareen shororkeessichaa... Read more »

Finfiinnee: Mariin tokkummaa adeemsa duula birmadummaa keessatti argame badhaadhina hundagaleessa Itoophiyaaf oolchuuf dandeessisu dheengaddarraa eegalee taa’amaa jira. Hoggantoonni hojii mootummaa federaalaa olaanoon haala wayitawaa biyyarratti mari’achaa jiru. Mariisaaniinis mootummaan dirqamaan kan itti... Read more »

Finfinnee: Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa dhimmoota gareen shororkeessaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) bakkeewwan weeraraan qabatee turetti bu’uura misoomaa mancaase, saame, dinagdee Maakroo tasgabbeessuuf tarkaanfii fudhatameen bu’aalee argamaniifi Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Moootummoota... Read more »

Finfinnee: Deeggarsi gooticha Rayyaa Ittisa Biyyaaf taasifamaa jiru cimee ittifufaa jiraachuu Ittigaafatamaan Biiroo Ittisa Balaa fi Sodaa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Beenishaagul Gumuuz Obbo Taarraqanyi Taasisaa ibsan. Ittigaafatamichi ibsa dheengada Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

TOI: Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Turiizimii Adduunyaa 24fa Ispeen, Magaalaa Maadriiditti taa’ameen Haroon Wancii naannawa turiizimii bara 2021 ALA filatamaa ta’uun filatameera. Harichi mandaroota turiizimii 170 keessaa dursa qabatee filatamuun ibsameera. Haroon Wancii,... Read more »

“Barri haaraan kun kan Itoophiyaan ittiboqottuudha” -MM Abiyyi Ahmad (PhD) Charinnat Hundeessaatiin Waanti barri 2013tti argine irra deebi’amuu hinqabu. Dhaadannoorra irratti irratti haa hojjennu. Yeroo baay’ee waan bara haaraatti ni raawwanna jennee... Read more »

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad haala yeroorratti ibsa kennan, “Yaada Ummata Tigraayiif qabnu; hawaasa addunyaatiif iddoo qabnu yeroo dhumaatiif agarsiifneerra.” jedhan. Walitti bu’iinsa hammeessuurra waqtii Qonna haala mijeessuu akkasumas dhiyeessiin deeggarsaa rakkoo... Read more »

Sinqinash Alamuu Finfinnee: Abbaan Taayitaa To’annoofi Hordoffii Nyaata, Dhugaatiifi Kunuunsa Fayyaa Magaalaa Finfinnee sakatta’a taasiseen dhaabbilee nyaataafi dhugaatii yeroon fayyadamaasaanii irra darbe raabsaa turanirratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame. Abbaa taayitichaa ogeessi to’annoo, karooraafi... Read more »

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Eksiteenshinoonni fayyaa akka biyyaatti jiran kuma 37 ol yoo ta’an ogummaa itti leenji’aniin tajaajila fayyaa si’ataafi qulqullina qabu dhogoomsuuf humnasaanii guutuu hojjetaa turaniiru. Keessumaa dhibeewwan daddarboo ittisuurratti, du’aatii haadholii... Read more »

Hawaasaa: Erga murni ABUT kufee hariiroon ummatoota Oromoofi Sidaamaa daran cimaa dhufuu Hogganaan Biiroo Nageenyaafi Tasgabbii Naannoo Sidaamaa beeksisan. Hoggantichi, Obbo Almaayyoo Ximootiwoos ibsa addatti Gaazexaa Bariisaatiif torban darbe kennaniin murni ABUT... Read more »