
Finfinnee: Fayyadamummaa hawaas-dinagdee horsiise bulaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezdaantiin Itoophiyaa ibsan. Pireezdaant Saahilawarqi Zawudee guyyaa horsiise bulaa biyyaaleessaa yeroo 18faf Kibxata darbe Adaamaatti kabajamerratti argamuun haasawaa taasisaniin akka jedhanitti, mootummaan horsiise bulaaf... Read more »

Jilli Ministira Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmadiin durfame Wiixata darbe Naannoo Somaaleetti naannoowwan hongeedhaan miidhaman daaw’atan. Kanaanis, yeroodhaaf konkolaattota bishaan dhiheessan, Nyaata, nyaata beelladaafi qorichoota daran barbaachisoo ta’an caalaatti daballee ni dhiheessina... Read more »

Finfinnee: Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa qarshii miiliyoona 15fi akaakuun qarshii miiliyoona shan baasu taasiise. Deeggarsicha Jila Pirezdaantii Naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaawuun durfamuun Pirezdaantii naannoo Somaalee Obbo... Read more »

Finfinnee: Finfinneetti Feestivaaliin Aadaa 13fan namoonni kuma 300 irratti hirmaataan Amajjii 15-17 bara 2014tti Hootela Gihoonitti kan geggeeffamu ta’uu Biiroon Aadaafi Turizimii Finfinnee beeksise. Hoggantuun Biirichaa Doktar Hiruut Kaasawu ibsa dheengadda kennaniin... Read more »

Ministirri Muummeen Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoofi Pirezidaantiin BMNO, Obbo Shimallis Abdiisaa Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa Hospitaala Jeneraalaa Adaamaatti wal’aanamaa jiru gaafatan. Geggeessummaa sirriin yoomiyyuu eessattuu qalbii hawaasaa... Read more »

Finfinnee: Gareen Shororkeessaa ABUT akkuma barame deeggarsi namoomaa ummata Tigiraayiif akka hindhiyaanne gufuu ta’aa jiraachuu Ministirri Ministeera Tajaajila Koomunikeeshiini Mootummaa Doktar Laggasaa Tulluu ibsan. Ministirichi ibsa dheengadda miidiyaaleef kennaniin akka jedhanitti, gareen... Read more »

Himata namoota muraasaa adda kutuun injifannoo dirree waraanaatti arganne waltajjii nageenyaan dabaluuf gargaara jedhan Muummeen Ministiraa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad. Ministirri Muummeen kana kan jedhan sirna eebbaa gamoo waajjira olaanaa Raayyaa Ittisa... Read more »

Finfinnee: Agarsiisni suuraa ‘Sila Itoophiyaa’ jedhamu badiifi miidhaa shororkeessaan ABUT ummata biyyattiirraan ga’aa ture akkasumas, ifaajjii biyya oolchuuf taasifameefi injifannoowwan argaman mul’isu Dhaabbata Pireesii Itoopiyaa (DhPI) tiin qophaa’e agarsiifamaa jira. Egzibiishinii seenaqabeessi... Read more »

Gareen shororkeessitootaa TPLFfi Shaneen dhaabbilee fayyaa kuma lamaafi 921 barbadeessuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Gareewwan kunniin naannolee Amaaraa, Affaar, Beenishaangul Gumuz, Oromiyaafi naannolee birootti dhaabbilee tajaajila fayyaa hedduu barbadeessuu Ministir De’eetaan Fayyaa Doktar... Read more »