
Mugar: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad lammileen biyyattii ganna kana biqiltuuwwan biliyoona afur akka dhaabaniif waamicha taasisuun ofiis keessatti hirmaataa jiru. Kanaanis namni tokko biqiltuuwwan 40 akka dhaabuuf imaanaa kennaniiru. Bu’uuruma... Read more »

Harar: Sagantaan seftineetii ALI bara 2008 irraa eegalee kan hojiirra oole yoo ta’u, baadiyyaafi magaalota biyyattii filataman kudha tokko keessatti lammiilee sadarkaa hiyyummaa keessa jiran kuma 70 ta’aniif deggarsa kan taasisaa tureefi... Read more »

Finfinnee: Yeroo ammaa kana maddi odeeffannoo miidiyaalee gurguddoofi beekamoo irraa gara namoota dhuunfaa halkaniifi guyyaa olola sobaa marsariitii hawaasaa irratti oofaniitti cee’aa jira. Odeeffannoon marsariitii hawaasaa garagaraa irratti tamsa’u kun immoo dhugaa... Read more »

Finfinnee: Mootummaan dhaabbilee misoomaa harkasaa turan walakkaa gara abbootii qabeenyaa dhuunfaatti dabarsuuf erga murteessee bubbuleera. Dhaabbileen kuniin tajaajila isaanirraa eeggamu kennuu dadhabuun, birokraasiin bulchiinsaafi qisaasamni qabeenyasaanii immoo sababoota gurguddoo akka gara dhuunfaatti... Read more »

Finfinnee: Itoophiyaatti lammiileen tajaajila tola ooltummaa kennan akkuma biyyoota biroo beekamtiin kennamuufii akka qabu gaafatame. Barsiisaa Yaasin Raajuu waggoota 40 oliif jireenyasaanii Saawud Arabiyaa kan taasisaniifi waggoota dheeraaf hojii tola ooltummaarratti hirmaataa... Read more »

Finfinnee: Olaantummaa seeraa kabachiisurratti jijjiirama jalqabame mamii tokkoo malee akka ittifufsiisu Mootummaa Naannoo Amaaraa ibse. Akka ibsi mootummaa naannichaa mul’isutti, ummanni naannoo Amaaraa olaantummaa seeraa kan kabajuufi kan ittiin ibsamu ta’uun isaa... Read more »

Finfinnee: Biyyi keenya duraan bosonaan beekamaa turte ammaan tana irraa ciramee laftishii qullaatti hafeera. Kana kan hubatan Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad barana biqiltuun biliyoonni afur akka dhaabatuuf qajeelfama dabarsaniiru. Kana milkeessuufis... Read more »

Kanneen seeraan hojiirra hinoolchinerratti tarkaanfiin sirreessaa ni fudhatama Finfinnee: Fandiin misooma barnootaaf ramadamu seeraan hojiirra ooluu akka qabu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Alamaayyoo Asaffaa ibsa gaazexaa Bariisaaf tibbana... Read more »

Maqaa Baaladaraatiin mootummaa lammaaffaa ijaaruuf yaaluun yakka Adaamaa: Finxaaleyyiin bu’aa qabsoo qeerroof uummataa gufachiisuuf yaalan of qusachuu akka qaban Waajjirri Giddugaleessaa ODP beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Addisuu Araggaa konfiraansii dargaggoota Oromiyaa 12ffaa... Read more »

Finfinnee: Pirojektiin ijaarsa Warshaa Xaa’oo Yaayyoo sababoota rakkoo diizaayiniifi ijaarsaa isa mudateen gufatee baay’ee duubatti harkifateera. Hojii diizaayiniifi ijaarsa warshichaa hojjetee xumuruuf waliigalteen kan taasifame Korporeeshinii Sibiilotaafi Injinariingii Itoophiyaa waliin ture. Dizaayiniis... Read more »