Finfinnee: “Yeroo kaan diinaan cabaa, yeroo biraa immoo ofii walcabsaa ofiis salphannee sabas salphisaa turre. Kan ta’uu malu garuu walitti iyyuu osoo hintaane, waliif iyyuu, walirratti duuluu osoo hintaane waliif duuluu, walsakaaluu... Read more »
Finfinnee: Dhaabbileen barnoota olaanaa mootummaafi dhuunfaa barattoota idileefi al idileen barnootasaanii hordofaa turan eebbisiisuurratti argamu. Yunivarsiitiin Finfinnees tibbana waliigalaan barattoota kuma sagaliifi dhibba jahaaf soddomii saddeet kan eebbisiise yoo ta’u, kanneen keessaa... Read more »
Finfinnee: Bara kana akka biyyaatti biqiltuuwwan biliyoona afur dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Adoolessa 22 bara 2011 ammoo guyyaa tokkotti biqiltuuwwan milyoona 200 dhaabuuf karoorfamee hojjetamaa kan jiru yoo ta’u, akka Oromiyaatti ammoo... Read more »
Mariin sirna federaalizimiifi heerarratti xiyyeeffate Yunivarsitii Maqaleetti geggeeffame Waltajjicharratti sirna federaaliizimii diiguuf yaaliin aasifamu kamuu Itoophiyaa kallattii hintaanetti galchuu mala jedhameera. Pirezdaantiin Yuunvarsiitii Maqalee Kindayaa Gabrahiywat marichi waliin jireenya sabootaafi sablammoota ummattoota... Read more »
Finfinnee: Sochiin jijjiiramaafi haaromsi biyyattiitti eegalame jajjabeessuurratti xiyyeeffate sababeeffachuun hiriirri deeggarsa Ameerikaa Kaabaa, Minesotaatti Kamisa darbe gaggeeffame. Maqa balleessaan qaamota jijjiiramaa keessattuu Ministira Muummeerratti taasifamu haa dhaabbatu, sirni federaalizimii Itoophiyaaf filannoo miti,... Read more »
Mootummaan naannoo Oromiyaa guddina dinagdee naannichaa ariifachiisuuf investimantiiwwan hojiirra jiran jajjabeessuufi haaraa simachuuf xiyyeeffannoon hojjetaa akka jiru ibsame. Jilli aanga’oota olaanaa naannichaa haala sochiilee invastimantii magaalaa Buraayyuu daaw’ateera. Kaayyoon daaw’annaa kanaa haala... Read more »
Ada’aa Bargaa: Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Ada’aa Bargaatti ganna kana biqiltuuwwan miliyoona 9.6 dhaabuuf karoorfamuusaa Waajjirri Qonnaafi Qabeenya Uumamaa aanichaa ibse. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Dajanee Zawudee dheengadda Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, biqiltuuwwan... Read more »
Arba Minci: Yuunivarsitii Arba Mincitti barsiisaa Wal’aansa Bineensotaa Doktar Idgat Abbaayinee akka jedhanitti, dhibeen saree maraatuu bineensotarraa bineensotatti, bineensotarraa namatti kan darbuufi lubbuu namaa kan galaafatuudha. Dhibichi ajjeesaa ta’us hubannoon hawaasni dhukkubicharratti... Read more »
Mugar: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad lammileen biyyattii ganna kana biqiltuuwwan biliyoona afur akka dhaabaniif waamicha taasisuun ofiis keessatti hirmaataa jiru. Kanaanis namni tokko biqiltuuwwan 40 akka dhaabuuf imaanaa kennaniiru. Bu’uuruma... Read more »
Harar: Sagantaan seftineetii ALI bara 2008 irraa eegalee kan hojiirra oole yoo ta’u, baadiyyaafi magaalota biyyattii filataman kudha tokko keessatti lammiilee sadarkaa hiyyummaa keessa jiran kuma 70 ta’aniif deggarsa kan taasisaa tureefi... Read more »