
Biyyi keenyaa Wixata darbe, Adoolessa 22 bara 2011 seenaa cimaa tokko addunyaarratti galmeessisteetti; seenaa duula Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuu miliyoona 200 dhaabu. Duulichi kan yaadameen ol milkaa’uun riikardii addunyaa gama kanaan Hindiin qabamee... Read more »

Naqamtee: Qabsoon farreen nageenyaarratti taasifamu cimee kan ittifufu ta’uu Bulchaa Ittaanaa Godina Wallagga Bahaa beeksisan. Obbo Asmaraa Ijaaraa ibsa torban darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, farreen nageenyaa jiruufi jireenya hawaasaa yaaddoo... Read more »

Finfinnee: Naannoo Amaaraatti ummata Walloo sababoota adda addaatiin qe’eesaaniirraa buqqa’an deggaruuf konsartiin muuziqaa boru waaree booda Galma Barkumeetti kan geggeeffamu ta’uu koreen qophii konsartichaa ibse. Barreessaan korichaa Dargaggoo Saphaaloo Kadir dhimmicha ilaalchisuun... Read more »

Finfinnee: Hooggansi kana booda Oromiyaaf barbaachisu kan gochaa malee kan jechaa qofa ta’uu akka hinqabne hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa beeksisan. Hoggantichi Obbo Admaasuu Daamxawu ibsa Roobii darbe addatti gaazexaa Bariisaatiif kennaniin... Read more »

Finfinnee: Manni maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, yaa’ii idilee sadaffaa bara hojii jahaffaasaa Kamisarraa eegalee guyyoota sadiif geggeessaa jirurratti sagantaan misooma manneen haaraa akka eegalamu ibsame.. Mana marichaaf gabaasa raawwii bara 2011 kan... Read more »

Finfinnee: Manni Marii Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii hatattamaa bara hojii afraffaa Adoolessa 24 bara 2011 adeemsiseen labsiilee hojii baankii, gumurukiifi qabiyyee lafaa faayidaa ummataaf jecha gadlakkisaniifi kaffaltii beenyaa fooyyessuuf ba’an akkasumas murtee... Read more »

Arba Minci: Tajaajiloota hawaasummaa Yuunivarsitiin Arba Minci kennaa jiru keessaa tokko barumsa ga’eessotaa qindaa’aa gocharratti xiyyeeffate kennuudha. Yunivarsitichi dhiyeenya kana ga’eessota barsiisaa ture 362 eebbisiiseera. Sirna eebbichaarrattis ga’eessota barumsa ga’eessotaa gocha irratti... Read more »

Finfinnee: Rakkoolee jijjiirama qilleensaa to’achuuf pirojektotni mancaatii bosonaa hir’isan bocamuun sochiiwwan addaddaa taasisaa turaniiru. Akka Oromiyaatti pirojektiin bosona Baalee (Harannaa Bulluq) keessatti kaarbonii qulqulluu omishuuf tattaaffiin kan taasifamaa ture yoo ta’u, milkaa’uun... Read more »

Yaayyoo: Ijaarsa Warshaa Xaa’oo Yaayyoof qonnaan bultoonni beenyaa madaalawaafi bakka bu’iinsa lafaa osoo hinaragatiin lafa qonnasaaniirraa buqqa’an rakkoolee addaddaaf saaxilamaa jiraachuu ni dubbatu. Qonnan bultoota buqqaafaman keessaa dargaggoo Hasan Ibraahiim isa tokko... Read more »

Finfinnee: Akkuma biyya keenya bosonni irraa golgolaa’ee bosonaan uwwisuuf kaane Itoophiyaa nagaa, jaalalaafi dhiifama dhabdee rakkataa dhufte tokko taanee nageenya, jaalalaafi dhiifama gonfachiisuu qabna jechuun Ministirri Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad... Read more »