Jigjigaa: Yuunivarsitiin Jigjigaa hojii baruu barsiisuu bara 2012f qophii gaarii taasisaa jiraachuu bara barnootichaa barattoota haaraa kuma sadiif 612 simatee kan barsiisu ta’uu beeksise. Pirezidaantii eeggataan yunivarsitiichaa, Doktar Abdii Ahmad akka jedhanitti,... Read more »
Sabbata: Bulchiinsi mootummaa Naannoo Oromiyaa imalli jijjiiramaa eegalame akka lafa qabatuuf gegeessitootsaa sadarkaalee adda addaatti argamaniif leenjii kennaa tureera. Gaazexaan Bariisaas Sanbata darbe xumura leenjii geggeessitoota bu’uuraa Magaalaa Sabbataatti adeemsifamerratti argamuun leenjitootaafi... Read more »
Finfinnee: Akka qorannoo Dhaabbata Fayyaa Biyyoolessaa ‘WHO’ dhiheenya adeemsifame ibsutti addunyaa kanarra waggaatti dubartoonni miliyoona 208 ni ulfaa’u. Kanneen keessaa miliyoonni 123 (%59) kan barbaadaman, miliyoonni 85 (%41) ammoo osoo itti hin... Read more »
-kontorobaandistoonni kun konkolaataa rasaasni hin seenneen deeggaramaa jiru. Finfinnee: Biyya keenyatti dhimmoota guddina dinagdeettirrattis ta’e nageenyarratti danqaa olaanaa ta’an keessaa inni guddaafi olaanaan kontirobaandiidha. Gocha hamaa guddina biyyaa quucarsu kana duuba duuba... Read more »
Finfinnee: Kamisa barii sa’aatii 12:00 irraa kaasee humnoonni hidhannoo qaban gara qe’ee qonnaan bultoota Godina Harargee Lixaa, Aanaa Gumbii Bordoddee, Ganda Gumbii, iddoo addaa Gimjaabeet jedhamu deemuun dhukaasa banuuniifi mana manarra deemuun... Read more »
Jigjigaa: Shira daldaltoonni siyaasaa xaxaniin waggaa tokko dura ummata Oromoo Somaalee jidduutti walitti bu’iinsa uumeef yaalii guddaan taasifamee ture. Kanaanis hedduun miidhamaniiru, qe’eesaaniirraa buqqa’aniiru; qabeenyi miliyoonaan lakkaa’amus barbadaa’eera. Marii hooggantoonni mootummaa, abbootiin... Read more »
Sabbataa: Sochiin Daandii Baburaa Itiyoo-Jibuutiifi Paarkii Indastirii Adaamaa sadarkaa maaliirra akka jiru beeksisuuf Itoophiyaatti Kaawunsiliin Misooma Dinagdee Chaayinaa Roobii darbe ogeessota miidiyaan akka daaw’atamu taasiseera. Daandiin baaburichaaMuddee 23 bara 2010 irraa kaasee... Read more »
Biyyi keenyaa Wixata darbe, Adoolessa 22 bara 2011 seenaa cimaa tokko addunyaarratti galmeessisteetti; seenaa duula Ashaaraa Magariisaatiin biqiltuu miliyoona 200 dhaabu. Duulichi kan yaadameen ol milkaa’uun riikardii addunyaa gama kanaan Hindiin qabamee... Read more »
Naqamtee: Qabsoon farreen nageenyaarratti taasifamu cimee kan ittifufu ta’uu Bulchaa Ittaanaa Godina Wallagga Bahaa beeksisan. Obbo Asmaraa Ijaaraa ibsa torban darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, farreen nageenyaa jiruufi jireenya hawaasaa yaaddoo... Read more »
Finfinnee: Naannoo Amaaraatti ummata Walloo sababoota adda addaatiin qe’eesaaniirraa buqqa’an deggaruuf konsartiin muuziqaa boru waaree booda Galma Barkumeetti kan geggeeffamu ta’uu koreen qophii konsartichaa ibse. Barreessaan korichaa Dargaggoo Saphaaloo Kadir dhimmicha ilaalchisuun... Read more »