Finfinnee: Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahimad badhaasa Noobeelii Nagaa bara 2019 injifachuu isaanii Koreen Badhaasa Noobeelii Noorweey beeksise. Doktar Abiyyi tattaaffii waggaa tokkoof walakkaa keessatti nageenya biyyattiis ta’e gaanfa Afrikaa mirkaneessuuf,... Read more »
Finfinnee: Ijaaramuu mootummaa haaromsaa kanaan walqabatee sirni kabaja Irreechaa Hora Finfinnee waggoota 150f ugguramee ture barana geggeeffamuunsaa dhiigaan tokko ta’uu caalaa akka isaan gammachiise sabaafi sablammiileen dubbatan. Bulchiinsa Godina Halaabaatti Ittigaafatamaan Waajjira... Read more »
Oromoon miira tokkummaa dhabuusaarraa kan ka’e jaarraa tokkoofi walakkaaf hacuuccaafi gadi qabaa hadhaa’aa keessa tureera. Sabni kun saba bal’aa ta’ee utuu jiruu waliigaluu dhabuurraa kan ka’e jijjiiramni gama siyaasaatiin Oromiyaa keessatti calaqqisaa... Read more »
Ijiptoonni mul’ata waliinii akka qabaataniif Itoophiyaan kallattiilee hundaan socho’uu qabdi jedhame
Finfinnee: Piropozaaliin haaraa Ijipti Hidha Guddicha Haaromsa Itoophiyaa (Abbayyaa) irratti dhiyeessite waliigaltee duraanii kan cabseefi mootummaa Itoophiyaatiin fudhatama akka hinqabneedha Ministeerri Bishaan, Jallisiifi Inarjii tibbana kan beeksise. Ministirri ministeerichaa, Doktar Injinar Silashii... Read more »
Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad yeroo aangoo waggaa tokkoofi ja’a jaha keessatti kan Dimokraasii Afrikaa dabalatee badhaasota 14 injifatan. Badhaasa dimokraasii Afrikaa kana Ministira Muummee Abiyyi wajjin kan injifatan lammii Naayijeeriyaa,... Read more »
Finfinnee:Manni Marii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa (kaabineen) walga’ii idilee bara hojii 5fa waggaa 5fa Fulbaana 7 bara 2012 geggeesseen wixinee Dambii Bulchiinsa Investimantii Naannichaa irra deebiin fooyyessuuf qophaa’erratti mari’achuun raggaasise. Dambicha irra... Read more »
Barri baajataa xumurame kun dame qonnaatiif seenaa haaraa qabatee kan dhufe yemmuu ta’u, haalli roobaa iddoo heddutti bifa wal fakkaatuun argamuusaatiin barichi seenaa qonnaa keesatti bara quufaa kan isa taasisu ta’uu Biiroon... Read more »
Doktar Abiyyi Ahmad ergaa bara haaraa ummata biyyattiitiif dabarsaniin barri haaraa qabeenya hintuqamne haaraa ta’uu kan himan, qabeenya kana garuu sirnaan itti fayyadamuufi qisaaseessuunis kan danda’amu ta’uu dubbataniiru. Carraa barri haaraan nuu... Read more »
Finfinnee: Abbootiin amantii bara haaraa 2012 ilaalchisuun dhaamsaafi hawwii gaarii qaban lammiilee Itoophiyaa maraaf dabarsaniiru. Pirezidaantiin Waldaa Kiristaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuusii Itoophiyaa Luba Yoonaas Yiggazuu akka jedhanitti, barri kun, yeroon waljijjiiruun... Read more »
Guyyaa Haqaa Qaam’ee 5 bara 2011 kabajamu sababeeffachuun manni hidhaa duraanii Maa’ikalaawwii jedhamuun beekamu kaleessarraa eegalee ummataan daaw’atamaa jira. Walittiqabaan koree kominikeeshinii, miidiyaafi qophii waltajjii ayyaanichaa Obbo Zinaabuu Tunnuu akka jedhanitti, mana... Read more »