Milkaa’ina omisha garbuufi qamadii Baaleetiif gumaacha giddugala qorannoo qonnaa Sinaanaa

Roobee: Fira fira caalu, dhiiga dhiigarra namatti aanu, ollaa dafee namaa birmatu fira gaafa rakkoo, hiriyyaa gaafa makkooti. Gaafa sanyiin facaafame hundi  dhibeedhaan jalaa baduuf ka’etti, gaafa aramaan sanyiisaanii liqimsee abbaa itti... Read more »

Teeknoolojiiwwan qonnaa dafanii qonnaan bulaa bira gahaa hinjiran

Roobee: Jiruufi jireenya qonnaan bulaa fooyyeessuufis ta’e omishaafi  omishtummaa qonnaa dabaluuf teeknoolojiin qonnaa haaraa qorannoon baasuun murteessaadha. Sanyiiwwan midhaanii fooyya’aafi omisha gaarii kennuu danda’an akkasumas dhibee dandamatan qorannoodhaan baasee dhiheessuuf  ergama guddaa... Read more »

Ummanni biyyattii dhibbentaan 27 ammas dirreetti qulqullaa’aa jira

Finfinnee: Waggoota shanan darbaniif hawaasni biyyattii aadaa mana fincaaniitti fayyadamuu akka dagaagfatuuf duulli hojii hubannoo uumuuf taasifamaa ture bu’aa buusuu eegaluu Ministeerri Fayyaa beeksise. Itoophiyaatti sababoota guguddoo du’aafi  miidhaa qaamaatiif nama saaxilaa... Read more »

Pirojektiin jallisii lafa hektaara 100 misoomsu osoo hojii hin eegaliin waggoota afur guute

Qoshee: “Misooma jallisii iddoo biraatti hawwaa turre carraan nu ga’ee qe’ee keenyatti ijaaramuusaatiif gammachuun gaafasii har’as fuula kiyya duraa hinbadu. Iddoon nuti jiraannu kun waqtii bonaatti hoo’iifi bubbeensaa hedduu kan nama rakkisu... Read more »

Agarsiisa fayyaa iftaan eegalamuun namoonni kuma 30 tajaajila wal’aansa tolaa ni argatu

Finfinnee: Sadarkaa Afrikaatti isa jalqabaa kan ta’e agarsiisni fayyaa biyyoolessaa Finfinnee, galma Barkumeetti Wiixata, Sadaasa 22 hanga 24 bara 2012tti mataduree, “Fayyaa koo nan eeggadha” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uu Waldaan Hojjechiistoota Dhaabbilee... Read more »

Murteen ummata Sidaamaa har’a ibsama

Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa murtee ummata Sidaamaa har’a kan ibsu ta’uu beeksise. Adeemsi sagalee kennuu murtee ummata Sidaamaa Sadaasa 10 bara 2012 kan gaggeeffame yoo ta’u, sagaleen kenname lakkaa’amee xumuramee bu’aan murtee... Read more »

Dargaggoonni jaalala biyyaa akka dursan gaafatame

Finfinnee: Dargaggoonni hunda caalaa jaalala biyyaa dursuu akka qaban abbootiin amantii, Abbootiin Gadaa, jaarsoliin biyyaafi namoonni beekamoon gaafatan. Qaamoleen kunniin waltajjii hariiroo ummatoota Oromoofi Amaaraa cimsuu dheengadda Finfinneetti geggeeffameen haala yeroo biyyattiirratti... Read more »

Omishaaleen midhaanii yeroon akka sassaabamuuf tumsi gaafatame

Finfinnee: Ministeerri Qonnaa mootummaa RFDI omishaaleen midhaanii gahan rooba yeroosaa hineegganne jalaa yeroodhaan akka sassaabamaniif tumsi kutaalee hawaasa maraa barbaachisaadha. Qonnaan bultootnis hatattamaan omishasaanii sassaabbachuu akka qaban hubachiise. Daariktarri Jeneraalaa eegumsa fayyaafi... Read more »

Shawaa Kaabaatti warshaaleen simintoo, jibsamiifi burcuqqoo hojii malee dhaabataniiru

Muka Xuurii: Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaaa Kaabaa, Aanaa Waacaaleetti warshaaleen simintoo, jibsamiifi burcuqqoo qarshii miliyoonni 300 ol ittibahe hojii malee dhaachuunsaanii ibsame.Abbootiin qabeenyaa eeyyama fudhataniin hojjechuurra filmaatawwan biroo barbaaduu eegaluunsaanii eerameera. Ittigaafatamaan... Read more »

Ittifayyadamaa dawaa wallaaluun namoonni kuma 700 ol waggaa waggaan du’u

Itoophiyaattimmoo guyyaan du’aatii namoota  85f sababadha  jedhameera. Xiinxallii Oduu Dhibeewwan ilmaan namaa huban maqsuuf tajaajilli kenniinsa dawaalee ammayyaa waggota 80 dura jalqabus itti fayyadamasaarratti hojiin hubannoo uumuu laafaa ta’uusaan akka addnuyaatti namoonni... Read more »