Walisoo: Ijaarsi daandii Walisoo-Amboo eegalamuu dhabuusaatiin har’as rakkoo nageenyaa ta’aa jiraachuu Bulchiinsi Godina Shawaa Kibba Lixaa beeksise. Bulchaa ittaanaan godinichaa, Obbo Taayyee Guddisaa ibsa torban darbe addatti Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, ijaarsi daandichaa... Read more »
Diillaa: Ummatni Gujiifi Geedi’oo ilmaan hortee Kuush yoo ta’an, ummatoonni lamaan gaa’elaan, dhiigaan, daangaadhaan, hariiroo hawaasdinagdeetiin walitti hidhamanii jaalalaan baroota dheeraaf waliin jiraachaa kan turaniifi jiraniidha. Ummattoonni lamaan sirna Gadaatiin bulu. Sirni... Read more »
Finfinnee: Hojitu hojjetaa dhabeefi hojjetaatu hojii dhabeen adda ba’uu baatus, lammiileen hedduu hojii dhabuun qalbii fudhatee ajandaa mootummaafi ummataa ta’eera. Waggaa waggaan inni eebbifamuufi inni mootummaan qacaruu danda’u walsimuu dhabuudhaan yeroo ammaa... Read more »
Duudhaaleen araaraafi aadaaleen kenniinsa haqaa nageenya waaraaf akka oolaniif jaarsoliin biyyaafi abbootiin Gadaa qoodasanii akka bahatan gaafatame. Waltajjii marii kaleessaafi dheengadda mataduree, “Duudhaalee araaraa biyya keessaafi sirna kenniinsa haqaa nageenya waaraa biyya... Read more »
Boongaa: Yunivarsiitiin Boongaa dhaabbilee barnoota olaanaa dhiyoo hundaa’an keessaa isa tokko yoo ta’u, yeroo jalqabaaf bara kana barattoota eebbisiisuuf qophiirra jira.Bu’uuruma kanaan dameewwan qonnaa, qabeenya uumamaa, Biizinasiifi saayinsii bu’uuraan barattoota simatee barsiisaa... Read more »
Finfinnee: Hawaasa naannichaa akka tajaajilaniif pirojeektotni naannicha keessatti eegalamanii turan yeroo ammaa sadarkaa garagaraa irratti kan argaman ta’uufi isaan keessaa pirojeektootni 84 ta’an hojii dhaabuusaanii Biiroon Maallaqaafi Walta’iinsa Diinagdee Oromiyaa gamaagama raawwii... Read more »
Boongaa: Adeemsi baruu barsiisuu akka hingufanneef hordoffiin walirraa hincinne taasifamaa jiraachuu Yunvarsiitiin Boongaa ibse. Pirezdaantii Ittaanaan yunvarsiitichaa Doktar Kallalawu Addisuu ibsa addatti gaazexaa Bariisaaf dhiheenya kennanniin akka jedhanitti, hudhaaleen baruu barsiisuuf gufuu... Read more »
Finfinnee: Leenjii gaggabaaboo irraa hanga gorsaafi hojiiwwan qorannoo garagaraa taasisuudhaan waggoota 60 kan lakkofsiise Inistitiyuutiin Hoggansa Hojii Itoophiyaa (IHHI), keessattuu hanqinoota raawwachiistummaan walqabatanii dhaabbilee mootummaafi miti mootummaa irratti mul’atan guutaa jiraachuun dhaabbata... Read more »
Labsiin taaksii ekaayizii dhiheenya kana wixineensaa qophaa’ee irratti mari’atamaa jiru meeshaalee bu’uraa kanneen akka zayitii, sukkaaraafi ashaboorratti taaksiin dabalame bakka hinjirretti daldaltootni tokko tokko daballii gatii gochaa jiraachuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Dhimmicha... Read more »
Finfinnee: Barattoonni Mana Barumsaa Bultii Addaa Adaamaa 25 Dubaayitti carraa barumsaa argachuusaanii daarektarri mana barumsichaa ibsan. Daarektarri mana barumsichaa Doktar Hirphasaa Caalaa ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, barattoonni kunniin dorgommii sadarkaa biyyaalessaatti... Read more »