Samaraa: Godaansa seeraan alaa akka biyyaatti hammaachaa jiruuf akka sababa ijootti kan ka’u hojidhabdummaa ta’uu yeroo baay’ee ni ka’a. Dargaggoonni rakkoo kanaaf saaxilaman hedduunsaanii naannoo Affaar riqicha godhachuun biyyaa bahaa kan jiran... Read more »
Gudar: Yeroo rakkoon biyyattii hammaatte san, gaafa namni waan afaanitti fidu dhabee afaan hoomachaa’e, gaafa dhalli namaa osoo lubbuun keessa jirtu gogee muka qoraanii fakkaate, gaafa Itoophiyaan maqaa hanga ammaa keessaa bahuu... Read more »
Adaamaa: Caffeen Oromiyaa zoonii dinagdee addaa Gadaa magaalota Mojoofi Adaamaa gidduutti hundeessuuf labsii lak.226/2012 bahe erga sakatta’een booda sagalee guutuun raggaasiseera. Zooniin lafa hektaara kuma digdamii afur bal’aturratti hundaa’u kun garuu akka... Read more »
Finfinnee: Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoo biyyaalessaa barana Hagayya 23 bara 2012 adeemsifamu nagaa, bilisaafi dimokraatawaa taasisuuf yeroo garagaraa qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin mari’achaa jira. Boordichi marii torban darbe Finfinneetti adeemsiseen filannoo... Read more »
Bishooftuu: Omishaafi omishtummaa dabaluuf akkasumas qisaasama hir’isuuf hayyoota Jaappaniitiin kan kalaqame falaasamni Kaayizanii, faayidaa falaasamichaa hubachuudhaanis biyyootni hedduu gara biyyasaaniitti fiduudhaan hojirra oolchaa turaniiru. Biyyoota Afrikaa keessaa falaasama kana waraabbachuudhaan Tuniiziyaafi Misir... Read more »
Dasee: Barataan barootaaf jijjiirama biyyaaf waliin hiriiraa ture amantiif sanyiin walqooduunsaa sirrii akka hintaane Pirezidaantiin Yunivarsiitii Walloo beeksisan. Pirezidaantii yunvarsiitiichaa Doktar Abaatee Geetaahun ibsa addatti gaazexaa Bariisaaf Wiixata darbe kennaniin, dhaabbileen barnootaa... Read more »
Kamisee: Bataskaanni Amantii Ortodoksii, Naannoo Amaaraa, Godina Saba Oromoo, Aanaa Daawaa Caffaa, Ganda Gurree keessatti argamuu bara 1875 akka hundaa’e odeessi Waajjira Aadaafi Turiziimii godinichaa irraa arganne ni ibsa. Hordoftoota amantichaa abbaa... Read more »
Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’ootaUmmataa Kamisa darbe walga’ii ariifachiisaa jalqabaa geggeeffateen labsii haasaa jibbiinsaafi tamsaasa odeeffannoo sobaa lak.1185/2012n qophaa’e sagalee caalmaan raggaasiseera. Kunis walitti bu’iinsota eenyummaarratti xiyyeeffatanii mudachaa jiran kan ittisu ta’uu... Read more »
Gindhiir: Godina tokko garuu haala qilleensaafi teessuma lafaa gara garaa, ummata tokko haala jiruufi jireenya adda addaa keessa. Inni tokko lafa qabbannisaa halkan dhiisii guyyaan nama hollachiisutti ho’aafi aduu abjoota. Inni kuun... Read more »
Finfinnee: Akka afoola maanguddoota Salaaleetti waggoota 150 dura yommuu Gadaan Maccaafi Tuulamaa yaa’iisaa taa’u, Gadaa akka fuudhuuf namni ergamee ture. Bakki yaa’iichaas fagoo waan tureef miilaan imaluun dirqama. Namni ergame kunis imaanaa... Read more »