
Wayinisheet Kaasaatiin Finfinnee: Paarkiin Indastirii Qonna Bulbulaa (Bulbulaa Agroo Intigireetid Industiriyaal Paarki) ijaarsisaa xumuramee barana hojii akka eegalu Korporeshiniin Misooma Paarkota Industirii Oromiyaa beeksise. Daarektarri korporeeshinichaa, Obbo Sisaay Gammachuu Wixata darbe akka... Read more »

Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Garee Juuntaa TPLF waliin qindaa’uun Naannoo Oromiyaa godinaalee garagaraa keessatti walitti bu’insa, ajjeechaafi saamichaa raawwataa turan humnoota badii ABO Shanee 782 irratti tarkaanfiin garagaraa fudhatamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa... Read more »

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Haleellaan ji’a tokko dura Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarra qaqqabe ummata kallattii arfaniin dheekkamsiiseera. Kanuma balaaleeffachuunis aantummaa RIB’f qaban karaa garaagaraan ibsaa jiru. Kaan qabeenyaan kaan ammoo dhiiga kennuun... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa ogeessota miidiyaa tarkaanfii seeraa mootummaan federaalaa garee juuntaarratti fudhachaa jiru bakkichatti argamuun gabaasaniif beekamtii kenne. Duula biyyattii baraaruuf taasifame keessattis kutannootiin odeeffannoo wayitawaafi sirrii gurra ummataan... Read more »

Har’arraa (Sadaasa 27 bara 2013) kaasee qaamni biyya goolu, qabeenya gubu, dhala namaarratti aggaammii kamuu raawwatuufi sabaafi amantaan nama addaan qoodee miidhuudhaaf yaalu kamuu ummata Oromoo kan bakka hinbuuneefi abaaramaadha” Abbootii Gadaa... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Yunivarsitiin dhaabbata barnootaa ol’aanaa bakka barattoonni naannoleefi biyyoota garaa garaa walitti dhufanii itti barataniidha malee dirree walitti bu’iinsaafi jeequmsaa akkasumas, bakka itti lubbuun barataa darbu miti. Bara darbe rakkoo... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Erga raayyaan ittisa biyyaa magaalota Tigraayi mara to’annoosaa jala oolchee kaasee ummatni naannichaa qilleensa nagaa argachaa akka jiru abbootiin amantii magaalaa Shiree ibsan. Haaji Muhaammad Murhaan jiraataa magaalattii yoo... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Guyyaan sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa si’a jalqabaatiif mirgi ofiin ofbulchuusaanii heera mootummaa RFDItiin raggaasifame waan ta’eef bara 1988 irraa kaasee Sadaasa 29 akka kabajamuuf murtaa’e. Ergasii kaasee wagguma waggaatiin... Read more »

Rippoortara Gaazexichaatiin Finfinnee: Qaamni maqaa Oromootiin socho’aa Oromoo ajjeesu, dhiiga dhangalaasu keenya miti jechuun gocha ABO Shaneen Godina Gujiitti raawwataa jiru Abbaa Gadaa Jiloo Maandhoo balaaleffatan. Abbaa Gadaa Gujiifi Walittiqabaan Gumii Abbootii... Read more »

Finfinnee: Ilaalchi dur, “Dubartiin golaa olitti” jedhu guutummaatti ta’uu baateyyuu wayita ammaa hawaasa keessaa hir’achaa dhufuunsaa beekamaadha. Dubartootni hedduun gola maatiisaanii keessaa bahanii dameewwan addaddaa keessatti hirmaachuutiin fayyadamummaasaanii mirkaneeffachaa jiran lakkoofsaan xiqqaa... Read more »