“Dhimmi ijoon ka’uu qabu qormaata kufuu barattootaa osoo hintaane wantoota kufaatiisaaniif sababa ta’aniidha”– Doktar Asaffaa Tafarraa Dibaabaa

Finfinnee: Firii qormaata kutaa 12ffaa baranaa ilaalchisee dhimmi ijoon ka’uu qabu barattoonni hedduun kufuu osoo hintaane wantoota kufaatii baay’ina hanganaatiif sababa ta’an ta’uu Yunivarsiitii Finfinneetti waloo, barsiisaafi qorataan aadaafi afaanii Doktar Asaffaa... Read more »

Inistituutichi meeshaalee alaa galan biyya keessatti omishuufi sharafa alaa maddisiisuurratti fuuleffatee hojjetaa jira

Finfinnee: Omishaaleen biyya alaarraa galan biyya keessatti akka omishamaniifi sharafa alaa maddisiisurratti xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu Inistituutiin Misooma Industirii Omishaa ibse. Daarektarri Olaanaan Instituutichaa Doktar Milkeessaa Jaagamaa Gaazexaa Bariisaaf ibsa addatti kennaniin akka... Read more »

Waamicha araaraa taasifame milkeessuuf gaheesaanii kan ba’an ta’uu Abbootiin Gadaa ibsan

– Waldhabdicha furuun Oromoofi Oromummaa cimsuu keessatti qooda guddaa qaba jedhame Finfinnee: Waamicha araaraa Mootummaan Naannoo Oromiyaa humna hidhatee bosona jiruuf (Shaneef) dhiheesse milkeessuuf gumaacha isaan irraa eegamu ba’achuuf qophii ta’uu Abbootiin... Read more »

Booranatti hongee ittifufeen namoonni kuma 867 ol gargaarsa barbaadu

• Kumni 200 gargaarsa hatattamaa barbaadu Finfinnee: Hanqina roobaa marsaa shaniif mudate hordofee baay’inni namoota gargaarsa barbaadanii kuma 867fi 140n irra ga’uu bulchiinsi Godina Booranaa beeksise. Dhiyeessiifi baay’inni namoota gargaarsa barbaadanii walsimuu... Read more »

Adwaa ibsituu: Tokkummaan, gootummaafi birmadummaa

Finfinnee: Tokkummaa, gootummaafi birmadummaan bu’uura injifannoo ta’uusaatiif injifannoon lola Adwaa argarsiistuu guddaa ta’uun ibsame. Mariin Gumii Balal marsaa 29ffaan mataduree, “Adwaa ibsituu Tokkummaa, Gootummaafi Birmadummaa” jedhuun bakka ministiroonni, bakka bu’oon qaamolee nageenyaafi... Read more »

SHAGGAR: Deebii gaaffii ummataa barootaa

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota fedhii ummataa guutaniifi giddugala dingadee ta’uu danda’an hundeessuuf haala addaatiin hojjetaa jira. Dhiheenya kanas magaalota naannawa Finfinnee bifa haaraan gurmeessuun Magaalaa Shaggar hundeesseera. Hundeeffamni magaalittis Caffeetti kan... Read more »

 SHAGGAR: Deebii gaaffii ummataa barootaa

Finfinnee: Mootummaan Naannoo Oromiyaa magaalota fedhii ummataa guutaniifi giddugala dingadee ta’uu danda’an hundeessuuf haala addaatiin hojjetaa jira. Dhiheenya kanas magaalota naannawa Finfinnee bifa haaraan gurmeessuun Magaalaa Shaggar hundeesseera. Hundeeffamni magaalittis Caffeetti kan... Read more »

 Oromiyaatti barreeffamootni holqa keessaa waggoota kuma shan lakkoofsisan argaman

Finfinnee: Oromiyaatti holqawwan barreeffamootni ykn bobbooci dhagaarraa (‘rock art’) waggoota 3000 hanga 5000 lakkoofsisan argamuu qorataan holqaa Obbo Naasir Ahmad ibsan. Biiroo Aadaafi Tuurzimii Oromiyaatti qorataan holqaa Itoophiyaa jalqabaa Obbo Naasir Ahmad... Read more »

Akka biyyaatti harka qal’eeyyiin miliyoona saddeet fayyadamoo inshuraansii fayyaa ta’aniiru

Adaamaa: Akka biyyaatti harkaqal’eeyyiin miliyoona saddeet fayyadamoo inshuraansii fayyaa ta’uu Ministeerri Fayyaa ibse. Akka Oromiyaatti ammoo miliyoonni 3.8 fayyadamoo akka ta’an Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksiseera. Ministir De’eetaan Ministeera Fayyaa Doktar Darajjee Dhugumaa... Read more »

 Hanqina rooba arfaasaa dandamachuuf teknolojiin raaga metiworolojii bu’uureffate hojiirra ooluufi

Finfinnee: Hanqina roobaa arfaasaa bakkeewwan tokko tokkotti mudachuu malu furuuf hojimaataafi teknolojiin raaga metiworolojii walsimu hojiirra kan oolu ta’uu Ministeerri Qonnaa beekisise. Seensi rooba arfaasaa bara 2015 bakkeewwan muraasatti boodatti harkifachuu akka... Read more »