Oduu Bariisaa
Finfinnee: Guyyoottan kurnan ittaananitti omisha ga’e sassaabuuf haalli qilleensaa mijataan jiraachuu Inistitiyuutiin Meteworolojii Biyyaalessaa beksise. Hawaasi filannnoo qabu hunda fayyadamee omisha ga’e akka sassaabu Ministeerri Qonnaa ibseera. Inistitiyuutii Meteworolojii Biyyaalessaatti Daarekterri Ittaanaan... Read more »
Finfinnee: Oromiyaan qabeenya turiizimii hedduu qabaattus waggoota afur dura hangas mara kan hinbeekamne turus hojii dhaadhessaa bal’inaan hojjetameen amma sadarkaa daran fooyya’aarra jiraachuu Komishiniin Turiizimii Oromiyaa (KTO) ibse. Komishinarri komishinichaa, Komishinar Lalisee... Read more »
Itoophiyaan biyya beelaan akka fakkeenyaatti eeramtuufi waggoota muraasa rakkoo nageenyaatiin dura walqabatee dhagaan badiisaa itti guuramaa ture taatus osoo rakkoof hinjilbeenfatin jabaattee hojjechuusheen har’a seenaan jijjiiramee gara faara tolaadhaan ilaalamuutti saffisaan imalaa... Read more »
Saaphanni siree miliyoona 2.2 yoo raabsamu, dhiyeessii qorichaaf qarshii miliyoonni 8.6 baasii ta’eera Finfinnee: Ji’oota sadan darbanitti namootni miliyoona 2.9 ta’an dhibee busaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Baay’ina ummata biyyattii keessaa %69... Read more »
Fedhii biyyaalessaa milkeessuuf Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) Yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarratti qajeeltoo kennanii fudhachuu fala ta’uu ibsaniiru. Ibsasaanii keessattis seenaa ulaa galaanaa... Read more »
Finfinnee: Naannoo Gaambeellaatti nageenyi fooyya’uusaan hawaasni fuulasaa gara misoomaatti deebisuu Mootummaan Naannichaa beksise. Jijjiirraan Hoggansaa fooyya’uu nageenyaaf sababa ta’uunis ibsameera. Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Naannichaa Obboo Ujuluu Gilo Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka... Read more »
Finfinnee: Naannoon Oromiyaa bara baajataa 2017 kurmaana tokkoffaa keessa Pirojektiiwwan invastimantii 4,400 kan simate ta’uu Biiroon Invastimantiifi Industirii Naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Ahmad Idiriis tibba darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, Naannoo... Read more »
Finfinnee: Daandiin qilleensaa Itoophiyaa waggoottan torbaatama darbaniif daandii qilleensaa maqaa gaarii qabuudha. Nageenyisaa amansiisaa ta’uufi mijaa’innisaa imaltoota hedduu biratti filatamaa waan isa taasiseef dinagdee biyyattii keessatti gahee guddaa akka taphatuuf ka’umsa ta’eeraaf.... Read more »
Finfinnee: Walga’iin daldala walabaa waliinii biyyoota Afriikaarratti xiyyeeffate kan qaamolee olaanoo qaxanichaa guyyaa har’arraa eegalee Finfinneetti akka adeemsifamu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse Guyyoottan sadeen darbaniif walga’iin Ogeessota olaanoo daldalaa biyyoota... Read more »
Finfinnee: Raawwii hojii kurmaana tokkoffaa bara 2017tiin gandootni baadiyyaafi magaalaa 26 tajaajila elektirikii argachuu Tajaajilli Elektirikii Itoophiyaa beeksise. Daarektarri Kominikeeshinii tajaajilichaa Obbo Malaakuu Taayyee ibsa miidiyaaf tibbana kennaniin akka jedhanitti, Tajaajilichi kurmaana... Read more »