“Federaalizmiin sabdaneessaa sirna roorroofi qabsoon barootaa dhaleedha” -Obbo Garasuu Tufaa

Finfinnee: Itti yaadamees haa ta’u dogoggoraan seenaafi seenessi biyyattii irra jireessaan miidhama sabootaan kan dabaalamedha. Ijaarsishees caba lafeefi dhangala’uu  dhiigaan yayyabamuun hudhaa dhaloota har’aa ta’eera. Rogeessi miidiyaafi Daarektarri Sagantaa  Dhaabbata ‘initiative for... Read more »

“Garaagarummaa yaadaatiif waraanni filannoo ta’uu hinqabu”-Pirezidaanti Sahaalawarq Zawudee

Finfinnee: Garaagarummaan yaadaa akka biyyaatti jiru yoo mariinuu furmaata argachuu baate waraanaa filannoo taasifachuun balaa guddaa ta’uu Pirezidaantiin Itoophiyaa Sahaalawarqi Zawudee hubachiisan. Pirezidaanti Sahaalawarq kana kan hubachiisan Wiixata darbe wayita yaa’ii idilee... Read more »

Pirojektii Ikkoo Turizimii Wancii-Dandii: Kennaa ji’a Onkoloolessaa ummanni ofii kennu

Finfinnee:  Qaama pirojektii “Maaddii Biyyaaf” keessaa tokko kan ta’e, ijaarsi marsaa jalqabaa pirojektii Ikkoo Turizimii Wancii-Dandii dhuma baatii Onkoloolessaa bara 2016tti xumuramee akka eebbifamu qindeessaan pirojektichaa ibsan. Qindeessaan pirojektichaa Obbo Dhaabaa Jinfeessaa... Read more »

«Ummata Oromoo maraan baga Irreecha bara 2016 nagahan waliin nu gahe» – Afaya’ii Caffee Ormiyaa Addee Sa’aadaa Abduraman

Irreechi guyyaa galataati. Sabni guddaan hidda latiinsa Kuush, Gaanfa Afrikaa irra jiraatu, Oromoon waaqa marga magarsee firiin badhaaseef, waaqa namaafi uumama hundaaf nagaa kenneef birraa barii galata qabatee irreeffannaaf malkaatti baha. Irreechi... Read more »

Baga ayyaana Irreechaa nagaan geessan!!

Eenyummaa sabdaneessaan kan faayamte Finfinneetti fooramii Irreechaa 5ffaa gaggeessinee jirra. Irreechi, ummanni Oromoo uumaa uumama miidhaqsee uume kan ittigalateeffatuufi itti kabaju, kan waldhabe waldhibdee isaa kan araaraan itti hiiku, ibsituu nagayaa, waloomaafi... Read more »

 Irreechi riqicha sabaafi sablammoota biyyattii walitti fiduudha

Finfinnee: Irreechi riqicha sabafi sablammoota walitti fidu akka ta’e bakka buutotni sabafi sablammoota garaagaraa ibsan. Bakka buutotni sabootafi sablammoota garagaraa kaleessa Fooramii Irreechaarratti hirmaatan ibsa addatti Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »

Kabaja Ayyaana Irreechaarraa galiin qarshii biliyoona 10 ni argama

Finfinnee: Kabaja Ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee irraa galii qarshii biliyoona 10 argachuun akka danda’amu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksise. Daarektarri Kominikeeshinii komishiinichaa Obbo Ifabaas Abdulwahaab ibsa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

 Irreechi galii Hoteelotaa dabaluu keessatti shoora olaanaa qaba

Finfinnee: Hoteelotni Finfinneetti argaman keessummoota alaafi keessaa simachuurratti kan argaman ta’uu Waldaan Abbootii Hoteelaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Ittigaafatamtuun waajjira waldichaa Aadde Efraataa Abaataa ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf Roobii darbe kennaniin akka... Read more »

 Irreecha Hora Harsadee boriirratti namoonni miliyoona shanii ol ni hirmaatu jedhamee eegama

Finfinnee: Irreecha Hora Harsadee bor Bishooftuutti kabajamurratti namootni miliyoona shanii ol ni hirmaatu jedhamee akka eegamu Bulchiinsi Magaalichaa beeksise. Kabaja ayyaanichaafis qophii barbaachisu taasisuus ibseera. Kantiibaa Ittaanaan Bulchiinsa magaalichaa Obbo Gazzahaanyi Dajanee... Read more »

 Irreechi kan Itoophiyaanotaa qofa osoo hintaane kan Afrikaanotaati

Finfinnee: Ayyaanni Irreechaa tokkummaafi obbolummaa biyyattii cimsuu bira darbee ayyaana Afrikaanotaa ta’uu hayyootni Marii Gumii Balal 34ffaa irratti hirmaatan himan. Ayyaanni Irreechaa uumaa galateeffachuurra darbee yaadarimee bal’aa qabaachuus ibsaniiru. Ministirri Aadaafi Ispoortii... Read more »