Oduu Bariisaa
Finfinnee: Itoophiyaan buufata galaanaa qabaachuuf hojii dippilomaasii cimaa hojjechuun akka irraa eegamu hayyuun dinagdee ibsan. Hayyichi Doktar Qosxanxiniyoos Barihetasfaa turtii gaafdeebii dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, gaaffiin Itoophiyaan dhimma buufata... Read more »
Finfinnee: Karoora xiiqii mootummaan naannichaa qabate milkeessuuf manneen hojii mootummaa bajatni barana ramadame miira ittigaafatamummaa qabuun akka hojiirra oolchan Hogganaan Biiroo Maallaqaa Oromiyaa Obbo Tolasaa Gaddafaa hubachiisan. Obbo Tolasaan, Roobii darbe Dhaabbata... Read more »
Finfinnee: Rakkoo jijjiirama haala qilleensaa, jijjiirama caasaaleefi tasgabbii dhabuu nageenyaatiin addunyaa yeroo kamuurra rakkoolee walxaxaa keessa jirtu baraaruuf qabsoon taasifamaa jiraachuu Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi kana kan... Read more »
Finfinnee: Omisha qamadii bonaarraa callaa kuntaala kuma 240 argachuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu Biiroon Qannaa Naannoo Somaalee beeksise. Hogganaan biirichaa Doktar Abdulqaadir Imaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, naannichi omisha qamadii... Read more »
Finfinnee: Godina Jimmaatti rooba ganna darbeetiin lafti hektaara kuma 201 ol ta’u sanyii ruuziitiin kan uwwifame ta’uu Waajjirri Qonna godinichaa beeksise. Hogganaa ittaanaan waajjirichaa Obbo Awwal Kaalil ibsa addatti Kaleessa Dhaabbata Pireesii... Read more »
Finfinnee: Kabaja ayyaanota Moolidaa, Masqalaafi Irreechaa tibba darbeerratti walkabajuufi aadaa walii kabajuun cululuqee mul’achuu jiraattonni magaalota garagaraa tokko tokko ibsan. Sadarkaa mootummaa garaagaraatti ayyaanotni kunneen karaa nagaafi milkiin xumuramuun ibsamuurra darbee qooda... Read more »
Finfinnee: Biyya guddinni dinagdeefi lakkoofsi ummataa saffisaan dabalaa jiru, Itoophiyaaf buufata doonii dhabuun qormaata guddaadha. Waldhabdee siyaasaa barootaaf turan karaa bilchina qabuun furuu dhabuun biyya yeroo tokko ulaa ittiin addunyaatti gad baatu... Read more »
Finfinnee: Godina Iluu Abbaa Booritti omishni baala shaayii aanaa tokko qofa ture faayidaasaarratti hundaa’uun gara aanaalee 10tti babal’isuun akka danda’ame Waajjirri Qonna Godinichaa beeksise. Godinichi ofirra darbuun godinaalee Oromiyaa kaaniif biqiltuu baala... Read more »
Finfinnee: Barattoota qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 fudhatan keessaa qabxii darbiinsaa kan galmeessisan dhibbantaa 3.2 qofa ta’uun hawaasa biratti rifaatuu guddaa uumeera. Waantota kufaatii barattootaatiif sababa ta’aniifi kallattii furmaataa ilaalchisee Dhaabbatni Pireesii... Read more »
Finfinnee: Guyyaa alaabaa marsaa 16ffaan sadrkaa biyyaatti Wixata iftaanii akka kabajamu Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ibse. Guyyichichi mataduree, “Olka’iinsi alaabaa keenyaa wabii tokkummaa sabdaneessummaafi birmadummaa keenyaati” jedhuun sadarkaa biyyaatti akka kabajamu... Read more »