Oduu Bariisaa
Finfinnee: Irreechi baranaa Fulbaana 25 Hora Finfinnee, Fulbaana 26 ammoo Hora Harsadeetti kabajame hirmaannaa ummataa, simannaa keessummootaa uwwisa miidiyaa, naamusaafi wantoota garagaraatiin haala ajaa’ibsiisaa ta’een saboota adda addaa hirmaachisuun kabajamuu Biiroon Aadaafi... Read more »
Finfinnee: Biyya keenyatti fooyya’iinsi jiraachuun haalamuu baatus jijjiirama duras ta’e jijjiirama booda rakkoon nageenyaa akkuma rakkoo ta’etti ittifufeera. Nageenyi guduunfaa waa maraa ta’uu kan hubate mootummaan Itoophiyaa rakkoolee buleeyyii hundeerraa furuuf hanga... Read more »
Finfinnee: Uffatni Aadaa Oromoo safuufi duudhaa Oromummaatiin qophaa’uu akka qabu Dizayinarootni uffata Aadaa beeksisan. Dizaayinarootni kunneen turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin akka jedhanitti, ummatni Oromoo fedhiin inni uffannaa aadaasaatiif qabu yeroodhaa gara... Read more »
Finfinnee: Irreechi Ayyaana saba Oromoo maraafi qabeenya waloo ta’uu Abbootiin Gadaa beeksisan Walitti Qabaan Gumii Abbootii Gadaafi Abbaan Gadaa Maccaa Warqinaa Tarreessaa yaada Kibxata darbe Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin akka jedhanitti, Irreechi guyyaa... Read more »
Finfinnee: Ayyaanni Irreechaa biyyarra darbee addunyaatti akka mul’atuuf Giddugalli Aadaa Oromoo hojiiwwan bal’aa hojjechaa jiraachuu daarektarri olaantuun giddugalichaa Aadde Makkiyyaa Jamaal beeksisan. Aadde Makkiyaan hojiiwwan giddugalichi Irreechaa mul’isuuf hojjete ilaalchisuun ibsa Kibxata... Read more »
Obbo Diimaa Hasan Keeniyaa Mombaasaarraa Ayyaana Irreechaa Bara 2017, Fulbaana 25 Hora Finfinneefi Fulbaana 26 ammoo Bishooftuu, Harsadeetti kabajamurratti hirmaachuuf jila obboleewwan Keeniyaa miseensota 60 of keessaa qabu dursuun Roobii galgala Finfinnee... Read more »
Itoophiyaa keessatti sirnoota darbaniin hacuuccaa hamaa irra ga’een Oromoon aadaasaa mitii eenyummaasaa dhoksuufi lagachuuf dirqameera. Oromoon akka dhala namaa ji’a sagalitti dhalate bineensa lagaa ba’e jechuun, saba qaroomina dimokraasii addunyaaf bu’uura ta’een... Read more »
Finfinnee: Ayyaanni Irreechaa tokkummaafi obbolummaa cimsuun haaromsa aadaa mirkaneessuuf gumacha olaanaa akka qabu Hoggantuun Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Simbiruu ibsan. Irreecha bara 2017 sababeeffachuun foramiin Finfinnee, Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti... Read more »
Irreechi araara; araara Waaqatu jaalata. Warri wallole haaloo qabatee malkaa hinbu’u. Irreechi hormaata-quufa! Irreechi galata! Irreechi lataadha! Lataan margaa kabajaa, jaalalafi hawwii gaarii bakka bu’a. Birraan cehumsa; waan darbe duubatti dhiifnee abdiifi... Read more »
Finfinnee: Dorgommii ‘Miss Tourism’ jala bultii ayyaana Irreechaatti gaggeeffameen Daraartuu Tasfaayee injifachuun Miis Turizimii Oromiyaa bara 2017 taatetti. Edan Solomoon 2ffaa, Roobenus Abdiisaa ammoo 3ffaa bahuun dorgommicha xumuraniiru. Sirna cufiinsa Torbee Turizimii... Read more »