“Itoophiya keessa rakkoo raabsa ibsaa malee hanqinni humna ibsaa hinjiru” – Doktar Injiinar Sulxaan Walii Ahmad

Dirree Dhawaa: Itoophiyaa keessa raabsa hanqinaalee bu’uuraan walqabatu malee hanqinni humna ibsaa akka hinjirre Ministirri De’eetaan Ministeera Bishaaniifi Inarjii Doktar Injiinar Sulxaan Walii Ahmad ibsan. Doktar Injiinar Sulxaan, waltajjii waa’ee Itoophiyaa bu’uuraalee... Read more »

 Raawwiin ijaarsa daandii Halaabaa-Angaccaa-Waatoofi Danbooyaa hawaasa komachiise qorame

Finfinnee: Naannoo Itoophiyaa Guddugaleessaatti ijaarsi pirojektii daandii Halaabaa, Angaccaa Waatoofi Danbooyaa Adoolessa 2, bara 2012 ifatti eegalamee, waggoota sadii keessatti guutummaatti xumuramee tajaajilaaf banaa ta’a jedhamee ture. Garuu sababa hanqina bulchiinsa pirojektiitiin... Read more »

hidha Abbaayyaaf bara 2012-2017tti hojjetame qarshii biliyoona 29 oli • Ji’oota saglan darbanitti bittaa boondiifi arjoomaan qarshii miliyoona 500 oltu sassaabame

Finfinnee: Balaan lolaa hidha laga Abbayyaa akka hinmiineef misooma sululaa lageen guguddoo bara 2012-2017tti hirmaannaa ummataatiin Oromiyaatti misoome qarshii biliyoona 29 olitti akka shallagamu Waajjirri Mana Maree Qindeessa Hirmaannaa Ummataa Damee Oromiyaa... Read more »

 “Geejibni baaburaa Itiyoo-Jibuutii baasii xayyaaraafi konkolaataa %60 hir’iseera”  – Injiinar Yoonaas Ayyaalewu

Dirree Dhawaa: Geejibni baaburaa Itiyoo-Jibuutii meeshaaleefi namoota geejibsiisuuf baasii xayyaaraafi konkolaataa %60 hir’isuu Raawwachiisaa Hojii Olaanaan Korporeeshinii Hojiiwwan Ijaarsaa Itoophiyaa Injiinar Yoonaas Ayyaalewu ibsan. Injiinar Yoonaas waltajjii Waa’ee Itoophiyaa bu’uuraalee misoomaarratti xiyyeeffachuun... Read more »

 Godambaa Masaraa Biyyaalessaatti maaltu daawwatama?

Finfinnee: Masaraan Biyyaaleessaa torban kana daawwannaaf banaa ta’uun ni beekama. Masarichi erga ijaaramee kaasee mootummoonni garagaraa keessa jiraatanis  xiyyeeffannaan kennameefii otoo hinhaareffamiin tureera. Erga Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad gara aangootti dhufanii... Read more »

“Guyyaatti daddabarsi maallaqaa karaa teleebirrii taasifamu qarshii biliyoona saddeet dhaqqabeera” – Aadde Firewoot Taammiruu

Dirree Dhawaa: Hojii amansiisaa nageenya saayibariirratti hojjetameen guyyaatti daddabarsi maallaqaa karaa teleebirrii taasifamu qarshii biliyoona saddeet dhaqqabuu Raawwachiiftuu Hojii Olaantuun Itiyoo-telekoom Aadde Firewoot Taammiruu ibsan. Waltajjii Waa’ee Itoophiyaa ijaarsa bu’uuraalee misoomaarratti xiyyeeffate... Read more »

 “Bakka sochii siyaasaa banaa taasisuu murtii ijoo bara 2010 murteessineedha” – Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad tibbana abbootii qabeenyaa, artistootaafi paartiilee morkattootaa wajjin marii bal’aa taasisaniiru. Keessumaa marii Roobii darbe paartiilee morkattootaa wajjin taasisan ilaalchisuun ergaa ittaanu karaa fuula miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniiru.... Read more »

Halaabaatti omisha barbaree kuntaala kuma 120 ol argachuuf hojjetamaa jira

Halaabaa: Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti kan argamu Godinni Halaabaa omisha barbateetiin beekama. Barbareen godinichaa gabaarratti daran barbaadamaafi filatamaadhas. Qajeelcha Qonnaa Godina Halaabaatti, Ittigaafatamaa Ittaanaafi Ittigaafatamaan Damee Qonnaa Obbo Huseen Roobaa turtii dheengadda waajjirasaaniitti... Read more »

Kitaabileen “ABC Tuurizimii Itoophiyaafi Oromiyaa” eebbifaman

Kitaabileen ABC Tuurizimii Itoophiyaafi Oromiyaa Afaan Oromoo, Amaariffaafi Ingiliffaan Komishinara Ittaanaa Komishinii Tuurizimii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajootiin qophaa’an Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti Dilbata darbe eebbifameera. Obbo Naggaan sirnicharratti akka jedhanitti, kitaabileen kunniin... Read more »

Magaalaan Asallaa gama misoomaatiin maalirra jirti?

Asallaa: Dhiyeenya kana wayita dhimma hojiitiif Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti argamnetti hojiilee misooma koriidariifi kana ilaalchisuun kantiibaa Ittaanaa magaalattii Obbo Abdullaahii Hammuu dubbisee isaanis ibsa gabaabaa ittaanu Gaazexaa Bariisaatiif kennaniiru. Asallaa Asallaan magaalaa... Read more »