Oduu Bariisaa
Finfinnee: Nageenya dabalatee haalli mijataan uumamnaan mariin biyyaalessaa walakkaa waggaa kanaa kan eegalamu ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Imalli komishinarootni komishinichaa gara Tigraayitti taasisanis milkaa’aa ture. Hogganaan Damee Miidiyaa, Kominikeeshinii, Gargaarsaafi Dubbi... Read more »
Finfinnee: Godina Shawaa Lixaatti jiraattotni Aanaa Gindabarat sababa rakkoo daandiitiin rakkoolee hawwaasummaafi dinagdee hamaaf saaxilamuu ibsan. Jiraattotni kunneen dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaatti akka himanitti, sababa rakkoo daandiin aanichatti namni dhukkubsate karaa ba’ee... Read more »
Finfinnee: Mootummaan ce’umsa dinagdee qonnaarraa gara indastiriitti taasifamu akka deeggaruuf waggoota shanan kana misooma paarkiiwwan indastiriirratti xiyyeeffannaadhaan hojjetaa jiraatus hirmaannaan abbootii qabeenyaa biyya keessaa gadaanaa ta’uu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indastirii Oromiyaa ibse.... Read more »
-Gadab Asaasaatti sassaabbiin midhaanii eegalame Godina Shawaa Kibba Lixaatti kan argamu lagni Awaash ganna ganna guutuun nama buqqisuufi nyaachuun lammiilee gidirsaa tureera. Amma garuu laga nama nyaatu kana gararraa nyaachuutti geeddaruuf qorannaan... Read more »
Finfinnee: Walamantaafi kutannoon jiraannaan furmaatni rakkoo Itoophiyaa harkuma ummata biyyattii jiraachuu pirezidaantiin duraanii Naannoo Ummatoota Kibbaa Obbo Abaataa Kishoo ibsan. Obbo Abaataan ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, bakka aadaan... Read more »
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Yuunivarsitii Idiladdunyaa Ambaasaaddarsi Tiriiniitii Filooriidaarraa Doktareetii kabajaafi bulchiinsa Joorjiyaarraa badhaasa kabajaa lammummaa Joorjiyaa argatan. Bakka bu’aan ummataa Bulchiinsa Joorjiyaa Rippabliikaan Biilii Michel, “Doktar Adaanach of... Read more »
Finfinnee: Godina Qellem Wallaggaatti deeggarsi namoota sababa rakkoo nageenyaatiin qe’eesaaniirraa buqqa’anii rakkoo keessa jiraniif taasifamaa jiru gahaa akka hintaane Waajjirri Buusaa Gonofaa damee godinichaa beeksise. Bakka bu’aa ittigaafatamaa waajjirichaa Obbo Tashaalaa Tarrafaa... Read more »
Finfinnee: Rakkoo tajaajila geejibaa madda komii hamaa ta’e maqsuurratti ummatni mirgasaa kabachiifachuu akka qabu Ejensiin Geejiba Oromiyaa ibse. Daarektarri Olaanaan Ejensichaa Obbo Jamaal Kadir Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, tajaajila... Read more »
Finfinnee: Lammiilee Oromoofi Amaaraa godinaalee Oromiyaa tokko tokko keessaa rakkoo nageenyaatiin buqqa’an qe’eesaaniitti deebisuuf sochiin eegalamuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Hayiluu Addunyaa waltajjii waloo anga’ootni naannolee Oromiyaafi Amaaraa Kibxata... Read more »
Finfinnee: Filannoo Itoophiyaanotni qaban eenyummaa walii kabajuufi walsimachuun waliin jiraachuu qofa ta’uu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad hubachiisan. Doktar Abiyyi kana kan hubachiisan leenjii hoggansaa Paartii Badhaadhinaa mataduree, “Idaarraa gara miindaatti” jedhuun... Read more »