Oduu Bariisaa
Finfinnee: Itoophiyaan ulaa galaanaa qabaachuun guddina dinagdee waloo biyyoota gaanfa Afrikaarra darbee birmadummaa Afrikaanotaatiif wabii ta’uu qorataafi xiinxalaan siyaasa Giddugala Bahaafi Gaanfa Afrikaa Obbo Muusaa Sheekoo ibsan. Obbo Muusaan Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Tibbana mariin nageenyaa marsaa 2ffaa mootummaa Itoophiyaafi Shanee waliin Taanzaaniyaatti taa’amaa ture firii malee goolabamuunsaa rifaatuu guddaa uumeera. Mariin kun gaaga’ama roga maraa biyyattii mudataa jiruuf furmaata ta’a jedhamee abdatamus xumurrisaa... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan qabeenya albuudaatiin biyya badhaateedha, qabeenya kana misoomsinee dhaloota dhufuuf biyya feeyyofte dabarsuu qabna jedhan ministira muummee Doktar Abiyyi Ahmad. Guddina dinagdee yaadame milkeessuuf sirni to’annoofi hordoffii cimaa diriirsuun dirqama ta’uus... Read more »
Finfinnee: Qonnaan bultootni Godina Harargee Bahaa daldalli jimaa waan faddaaltotaan dhuunfatameef omishasaaniirraa bu’aa barbaadamu argachaa akka hinjirre ibsan. Qonnaan bultootni godinichaa ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, faddaalotni jimaarratti bobba’an... Read more »
Finfinnee: Qala’iinsa jireenyaa maqsuuf wiirtuuleen gabaa omishaalee qonnaa shan karrawwan Finfinnee shananirratti qarshii biliyoona 8.3n ijaaramaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Biiniyaam Mikruu ibsa dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Waliinga’iinsa bishaan dhugaatii naannichaa mirkaneessuuf Finfinnee dabalatee magaalotni Oromiyaarraa bishaan argatan haala hawaasa naannichaa fayyadanirratti hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa beeksise. Jijjiirama dura Finfinneefi hawaasni naannawaashee dugdaafi garaa ta’uun bishaan... Read more »
Finfinnee: Turiizimii Oromiyaa addunyaarratti, waaltawaa, dijitaalawaafi sadarkaasaa kan eeggate akka ta’uuf hojjechaa jiraachuu Komishiniin Turiizimii Oromiyaa (KTO) beeksise. Komishinichi erga hundaa’ee hojiilee dijitaalessuu hedduus raawwateera. Komishinichatti Daarektarri Dijitaalaayizeeshiniifi Misooma Teknolojii Obbo Mul’ataa... Read more »
Finfinnee: Sababa garaagarummaa ilaalcha siyaasaatiin waldhabbiin mudatu biyya gara mariitti malee gara badiitti geessuu akka hinqabne Gorsaan Tarsiimoo ABO, Obbo Ibsaa Nagawoo ibsan. Gorsichi ibsa Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka... Read more »
Finfinnee: Ummata Itoophiyaa walmake kana keessatti seenessa qeenxee faarsuun biyya diiguurraan kan hafe bu’aa biraa hinfidu jedhan Haayyuun seenaa Yunivarsiitii Haramaayaa. Yunivarsiitichatti Hayyuu Seenaa kan ta’an Doktar Mahaammad Hasan yaada Kamisa darbe... Read more »
Finfinnee: Dhimmi ulaa galaanaa Itoophiyaa dhimma qananii yookaan ololaa osoo hintaane dhimma jiraachuuf murteessaa ta’e ta’uu Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. Ambaasaaddar Diinaan yaada Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, ulaan... Read more »