Beenishaangul Gumuzitti misoomni sululaa lafa hektaara kuma 39 irratti

Finfinnee: Naannoo Beenishaangul Gumuzitti misoomni sululaa lafa hektaara kuma 39fi 078 irratti eegalamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise. Naannichi biqiltuu miliyoona 67 dhaabuuf karoorfachuus ibseera. Hogganaan biirichaa Obbo Babakir Haliifaa akka Wiixata darbe... Read more »

 Oromiyaatti misooma baala shaayii babal’isuuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Omishaafi omishtummaa baala shaayii guddisuun guddina dinagdee tumsuuf misoomasaa babal’isaa jiraachuu Biroon Qonna Oromiyaa ibse. Hanga ammaattis biqiltuun baala shaayii miliyoona 100 buufata biqiltuurratti kunuunfamaa jiraachuus hime. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo... Read more »

 Oromoon saba guddaa ijaarsa biyyaa keessatti qooda olaanaa gumaacheefi gumaachaa jiruudha

Finfinnee: Saboota ijaarsa Itoophiyaa keessatti gahee leencaa qaban seenessaan xiqqeessuu hojiin jaarraa tokkoofi walakkaa ol hojjetame nama isaan keessaa dhalatetti gaddiifi cabiinsi uumu olaanaadha. Akkuma dhugaafi ulfi hindhokatu jedhamu jijjiirama wareegama Qeerroofi... Read more »

 Ikoo Turizimiin Wancii namoota kuma 11f carraa hojii uuma

Finfinnee: Pirojektiin ikoo turizimii Wancii/ Dandii wayita guutummaatti hojii eegalutti namoota kuma 11f carraa hojii uumuu akka danda’u Bulchiinsi Godina Shawaa Kibba Lixaa beeksise. Bulchaan godinichaa Obbo Taayyee Guddisaa torbee darbe Dhaabbata... Read more »

 Finfinneen keessummootashii Gamtaa Afrikaa simachuuf qophii barbaachisu xumurte

Finfinnee: Finfinneen nageenya amansiisaa ta’een keessummoota Yaa’ii Gamtaa Afrikaa simachuuf qophii barbaachisaa xumuruu Biiroon Nageenyaafi Bulchiinsa magaalichaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Miidhagsaa Kabbadaa Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, keessummootni... Read more »

“Ulaan galaanaa Itoophiyaaf filannoo osoo hintaane dhimma murteessaadha”Hayyoota Saayiinsii Siyaasaa

Finfinnee: Ulaan galaanaa kallattii biyyi tokko gidduseentummaa qaama biroo malee addunyaatti gadi baatuun waan ta’eef Itoophiyaaf dhimma filannoo osoo hintaane dhimma murteessaa ta’uu hayyootni Saayinsii Siyaasaa ibsan. Hayyootni kunneen ibsa Kamisa darbe... Read more »

Labsiin Yeroo Hatattamaa baatiilee afuriif dheerate

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’ootaa Bara Hojii 3ffaa Yaa’ii Addaa 1ffaa kaleessa taa’een Labsii Yeroo Hatattaamaa nageenya lammiilee eegsisuuf Manni Maree Ministeerotaa yaa’ii Adoolessa 28 bara 2015 taasiseen baase baatiilee afuran ittaananiif... Read more »

Badhaasa olaanaa ‘Agricola’ Doktar Abiyyi ifaaja olaanaan gonfatan

Finfinnee: Itoophiyaan waggoota hedduuf beelaan beekamaa turte hoggansa Ministira Muummee Doktar Abiyyiin hojii gaariin beekamtii gonfachaa jirti. Yaa’ii Itaalii-Afrikaa kan DhaabbataNyaataafi Qonna Addunyaa Mootummoota Gamtoomanii (FAO) Xaaliyaan, Magaalaa Roomitti taa’amerratti kan hirmaatan... Read more »

 Omishni qamadii bonaa jiruufi jireenya keenya fooyyessaa jira” – Qonaan bultoota Aanaa Gannas

Tarcaa: Daawuroon godinaalee Bulchiinsa Naannoo Ummattootta Itoophiyaa Kibba Lixaa ja’an keessaa tokko. Godinichi aanaalee 10 kan qabu yoo ta’u, isaan keessaa aanaaleen Isaraa, Gannaa, Toccaafi Maariitti omishni qamadii bonaa bal’inaan adeemsifamaa jiraachuu... Read more »

 Faayidaan dinagdeefi hawaasummaa pirojektota guguddoo olaanaadha

Finfinnee: Pirojektonni guguddoon biyyattiitti ijaaramaniifi ijaaramaa jiran faayidaan dinagdeefi hawaasummaasaanii olaanaa ta’uu Hayyuun Dinagdee Yunivarsitii Walaayittaa Sooddoo Obbo Solomoon Kabbadaa ibsan. Obbo Solomoon, Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, pirojektonni guguddoon... Read more »