“Idaan Itoophiyaan kaffalte egeree dinagdeesheetiif carraa guddaadha” – Hayyuu dinagdee

Finfinnee: Waggoota shanan darbanitti idaa doolaara biliyoona 9.9 ofirraa kaffaluun Itoophiyaa egeree guddina dinagdeesheef carraa guddaa ta’uu Hayyuun Dinagdee ibsan. Hayyuun Dinagdee Yunivarsiitii Haramaayaa Doktar Fireezar Xilaahun ibsa kaleessa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »

Godambaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa boru eebbifama

Finfinnee: Godambaan Yaadannoo Injifannoo Lola Adwaa akkuma maqaasaa Itoophiyaarra darbee ummata gurraacha hunda boonsuu ijaarsisaa xumuramee eebbaaf qophaa’ee jira.  Doktar Abiyyi, “Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa lammii Itoophiyaa namni biyyoota Afrikaa birooyyuu yoo... Read more »

 “Itoophiyaan ‘BIRCS’tti makamuun warra lixaa dheessuuf miti” – Ambaasaaddar Diinaa Muftii

Finfinnee: Itoophiyaan miseensa garee ‘BIRCS’ ta’uun warra lixaa dheessuuf akka hintaane Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti miseensi Koree Dhaabbii Hariiroo Alaafi Nageenyaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. Haala sochii hariiroo dippiloomaasii Itoophiyaarratti ibsa... Read more »

“Dhiibbaa biyyoota alaa injifachuuf rakkoo keessoo furuurratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha” -Pirofeesara Gargaaraa Adam Kaamil

Finfinnee: Gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaa gufachiisuuf dhiibbaa biyyootni alaa taasisaa jiran injifachuuf waldhabbii keessoo furuun barbaachisaa ta’uu Qorataan Hariiroo Itoophiyaafi Biyyoota Arabaa Pirofeesara Gargaaraa Adam Kaamil ibsan. Hayyuun kun Kamisa darbe Dhaabbata... Read more »

Abbootii qabeenyaa maxxansa kitaabilee barnootaarratti bobbaasuuf sochiin eegalame

Duula “Barnootni Dhalootaaf” jedhuun hojiin barnootaa qarshii biliyoona 21.9 ta’u hojjetame Finfinnee: Hanqina kitaabilee mudate furuuf abbootii qabeenyaa maxxansa kitaabilee barnootaarratti hirmaachisuuf sochiin eegalamuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Hojiin misooma barnootaa qarshii biliyoona... Read more »

“Itoophiyaatti filannoon malee afaan qawweetiin aangoo qabachuun hin yaadamu”- Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Kana booda Itoophiyaatti kaardii filannootiin ala afaan qawweetiin gara aangootti dhufuun akka hin yaadamne Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad beeksisan. Doktar Abiyyi yaa’ii 6ffaa bara hojii 3ffaa walga’ii idilee 14ffaa Mana... Read more »

 Oromiyaatti namoota miliyoona 1.2 oliif carraan hojii uumame

Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti ji’oota ja’an darbanitti namoota miliyoona 1.2 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa naannichaa beeksise. Daarektarri kominikeeshinii biirichaa Obbo Tolasaaa Ajjamaa Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »

 Godina Jimmaatti bunni kuntaalli miliyoona 2.5 sassaabame

Finfinnee: Godina Jimmaatti bara bajataa 2016tti buna kuntaala miliyoona 2.2 walitti qabuuf karoorfamee hanga ammaatti lafa hektaara kuma 275 irraa bunni kuntaala miliyoona 2.5 sassaabamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Ittigaafatamaa Ittaanaan Waajjirichaa... Read more »

Uggurri tajaajila geejibaa Shaneen labse fashalaa’eera

Finfinnee: Uggurri tajaajilaa geejibaa gareen shororkeessaa Shaneen labsame qindoomina hawaasaafi mootummaatiin fashalaa’uu Biiroon Kominikeeshiniin Oromiyaa ibse. Hogganaan biirichaa Obbo Hayiluu Addunyaa ibsa kaleessa raawwii hojii mootummaa naannichaa kurmaana 2ffaa ilaalchisee miidiyaaf kennaniin... Read more »

Tigraayitti lafti hektaarri kuma 50 jallisiidhaan misoomaa jira

Finfinnee: Tigraayitti lafti hektaarri kuma 50 jallisiidhaan misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa naannichaa beeksise. Biirichatti Daarektarri Hortikaalcharii Obbo Barrihuun Aragaawii ibsa Roobii darbe Dhaabbataa Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, irra jireessi... Read more »