Doktar Abiyyii Keeniyaafi Taanzaaniyaatti daawwannaa taasisan  

Finfinnee: Mariin Ministira Mummee Abiyyi Ahmad Keeniyaafi Taanzaaniyaatti daawwanna bu’aaqabeessa taasisan. Doktar Abiyyi daawwannaa Keeniyaatti taasisaniin Pirezidantii biyyattii Wiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun waliigaltee garagaraarra ga’aniiru. Hoggantoonni kunneen walitti dhufeenyi biyyoota... Read more »

“Injifannoon Adwaa siidaa birmadummaafi tokkummaa ummata gurraachaati” -Hayyoota Seenaa

Finfinnee: Injifannoon Adwaa Itoophiyaarra darbe siidaa birmadummaafi tokkummaa ummata gurraachaa mara ta’uu  ta’ee Hayyotni seenaa ibsan. Hayyootni kunneen Kibxata darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, injifannoon lola Adwaa siidaa tokkummaafi birmadummaa ummata... Read more »

Ayyaanni yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaan haala kabajasaa madaaluun har’a kabajama “Duudhaalee ijoo afran Adwwaatti fayyadamuun dirqama” -Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) guyyaa yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaa har’a kabajamu ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan. Ergaasaaniitiinis Haadholiifi abbootiin keenya injifannoo Adwaa guddicha erga nuu kennanii waggoota 128 ta’eera.... Read more »

 Tigraayitti gargaarsi namoomaa %20 dhaqqabuun ibsame

Finfinnee: Naannoo Tigraayitti lammiilee sababa balaa hongeefi waraanaatiin miidhaman keessaa namootni %20n gargaarsa namoomaa argachaa jiraachuu Hoggansi Sodaa Balaa Naannichaa ibse. Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Doktar Gabrahiwot... Read more »

 “Hojiiwwan seenaa injifannoo Adawaa caalaatti ol kaasan hojjetamaa jiru” -Lij Daani’eel Jootee Masfin

Finfinnee: Mootummaan hojiiwwan seenaa injifannoo lola Adawaa kaleessaa caalaatti ibsaniifi mul’isan hojjechaa jiraachuu Pirezidaantiin Waldaa Gootota Itoophiyaa Lij Daani’eel Jootee Masfin ibsan. Lij Daani’eel ibsa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf kennaniin akka jedhanitti, seenaafi... Read more »

 “Pirojektiin bishaan dhugaatii qarshii miliyoona 205 oliin Tarcaatti hojjetamaa jiru dhiyeenyatti tajaajila kennuu jalqaba” -Obbo Daawit Wandimmuu (Kantiibaan magaalattii)

Tarcaa: Tarcaan Naannoo Itoophiyaa Kibba Lixaatti, Magaalaa guddoo Godina Daawuroo yoo taatu, pirojektiin bishaan dhugaatii mootummaan federaalaafi naannichaan qarshii miiliyoona 205 oliin hojjetamaa jiru dhiyeenyatti xumuramee tajaajilaaf kan oolu ta’uu kantiibaan magaalattii... Read more »

 Tigraayitti gargaarsi namoomaa %20 dhaqqabuun ibsame

Finfinnee: Naannoo Tigraayitti lammiilee sababa balaa hongeefi waraanaatiin miidhaman keessaa namootni %20n gargaarsa namoomaa argachaa jiraachuu Hoggansi Sodaa Balaa Naannichaa ibse. Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Doktar Gabrahiwot... Read more »

 “Rakkoon nageenyaa amma jiru bilchinaan hogganuu baannaan egeree hamaa dhala” -Obbo Ibsaa Nagawoo

Finfinnee: Rakkoo nageenyaa amma mul’ataa jiru kutannoofi bilchinaan goolabuu baannaan egeree hamaatti geessuu akka malu Gorsaan Tarsiimoo Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Ibsaa Nagawoo ibsan. Obbo Ibsaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »

 Kaka’umsi hawaasaa milkaa’ina marichaaf abdachiisaadha

Finfinnee: Kaka’umsa hawaasni qabu milkaa’ina marii yaadameef abdachiisaa ta’uu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Sababa rakkoo nageenyaaf sochiin koomishinichaa naannoolee Amaaraafi Tigraayitti harkifachuus beeksiseera. Komishinarri Koomishinichaa Doktar Yonaas Adaayyee Roobii darbe Dhaabbata Pireesii... Read more »

 “Sirni koleneeffattootaa duudhaa Afrikaa miidheera” -Doktar Abiyyi Ahmad

Finfinnee: Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 37ffaa Sanbataafi Dilbata darbe gaggeeffameen dhimma Afrikaa ilaalchisuun ergaawwan jajjaboo qondaaltotaan kan daddarban yoo ta’u, kunis olka’iinsaafi mul’achuu Afrikaaf bu’uura kan buusu ta’uu hirmaattonni nidubbatu. Afrikaan hiree ofii... Read more »