Oduu Bariisaa
Finfinnee: Ji’oota ja’an hiirmaannaa ummataan ijaarsifi suphiinsi manneen barnootaafi barsiisotaa qarshii biliyoonni 16 olitti shallagamu raawwatamuu Biiroon Barnoota Oromiyaa (BBO) ibse. Gumiin Tiraansfoormeeshinii Barnootaa hundeeffames hojii eegale. Sadarkaa Hogganaa Ittaanaa BBOtti Gorsaan... Read more »
Finfinnee: Rakkoo nageenyaa naannoo Gaambeellaa sababoota garagaraatiin yeroo boora’u maqsuun karaa guutuun tasgabbiin haala mirkanaa’urratti hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi Nageenya Naannichaa Obbo Chool Kuun ibsan. Obbo Chool marii nageenyaa mootummaan federaalaa... Read more »
Finfinnee: Oromiyaatti ji’oota ja’an darbanitti daandiiwwan kiiloomeetira 6,100 ol qarshii miliyoona 355 oliin suphamuu Biiroon Daandiiwwaniifi Loojistiksii Oromiyaa beeksise. Daandii haaraan kiiloomeetira 227.6 qarshii biliyoona 1.4 oliin hojjechuus ibseera. Hoggantuun Biirichaa Injinar... Read more »
Finfinnee: Ji’oota ja’an darbanitti Itoophiyaan abaaboo toonii kuma 46fi 939 alaatti erguun galii doolaara miliyoona 225 argachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti Qindeessaan alergii Hortiikaalcharii Obbo Mokonnin Solomoon tibba darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf... Read more »
Finfinnee: Xaa’oo sadarkaa biyyaatti barana kuntaala miliyoona 19.4 bitame keessaa, kuntaalli miliyoona 7.5 biyya seenuu Ministeerri Qonnaa ibse. Bittaafi raabsa xaa’oo baranaa ilaalchisuun Ministeera Qonnaa, Biiroleen Qonnaa Oromiyaa, Sidaamaafi Beenishaangulu Gumuz Roobii... Read more »
Finfinnee: Injifannoon Itoophiyaanotni Adwaarratti gonfatan kan ummatni gurraachi yeroo jalqabaatiif koloneeffattoota Adii itti injifatan waan ta’eef Itoophiyaanota qofa osoo hintaane, ummata gurraacha kamiifuu seenaa boonsaadha jedhan ilmi lammaffaan gooticha Dajjaazmaach Garasuu Dhukii,... Read more »
Finfinnee: Tarsimoo ijoo yeroo jalqabaatiif qophaa’e dandeettii ittifayyadama bishaan Itoophiyaa dabaluuf shoora akka qabu Ministeerri Bishaaniifi Inarjii ibse. Kitaabni “Tarsiimoo Ijoo Bishaanota Llamaanii” jedhamu Kamisa darbe Finfinneetti eebbifameera. Minstirri Bishaaniifi Inarjii Doktar... Read more »
Finfinnee: Seenessi qeenxeen gufuu tokkummaafi milkaa’ina ijaarsa biyyaa ta’uu Hayyuun Barnoota Lammummaafi Hariiroo Idiladdunyaa Yunivarsitii Haramaayaa Obbo Magarsaa Nagaraa ibsan. Obbo Magarsaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, seenessa qeenxee maqsuun... Read more »
Finfinnee: Nagaafi tokkummaan jiraannaan gaaffii misoomaa dhawaataan deebisuun rakkisaa akka hintaane Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi tibbana kutaalee hawaasaa godinaalee Oromiyaarraa walitti dhufan waliin wayita marii taasisanitti, nageenyaafi tokkummaan... Read more »
Finfinnee: Wareegama qaaliin kaffalameefi guddummaa Injifannoon Adwaa dhaloota har’aatiin sirriitti hubatamuu akka qabu Dubbartoonni Gootonni Miseensa Waldaa Gootota Itoophiyaa hubachiisan. Dubbartoonni Gootonni kunneen Kamisa darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka ibsanitti, ummatni gurraachi... Read more »