Oromiyaatti bara kana barattoonni miliyoona 1.6 ol qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaafi 12ffaa fudhatu

Finifnnee: Duula misooma barnootaa guutuu Oromiyaatti banameen yeroo ammaa naannichaatti baay’inni manneen barnootaa kuma 30, barsiisonni kuma 300fi barattoonni miliyoona 11.6 dhaqqabuu ragaan Biiroo Barnoota Oromiyaarra argame ni mul’isa. Hogganaan biirichaa Doktar... Read more »

 Shawaa Kaabaatti xaa’oon kuntaalli kuma 200 qonnaan bultootaaf rabsame

Finfinnee: Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaatti omisha qonnaa ganna dhufuuf xaa’oo kuntaalli kuma 200 qonnaan bultootaaf kan rabsame ta’uu waajjirri qonna godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan Ittaanaa waajjirichaa Obbo Hirphaa Addunyaa Roobii darbe Gaazexaa... Read more »

 Ashaaraa magariisaa bara kanaaf naannooleen qophii barbaachisu xumuraa jiru  

Finfinnee: Ashaara magariisaa bara kanaa milkeessuuf naannoon Itoophiyaa Kibbaafi Itoophiyaa Giddugaleessaa qophii barbaachisu xumuraa kan jiran ta’uu beeksisan. Hoggantoonni Biiroolee Qonna naannoolee kunneenii turtii Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin, sagantaa ashaaraa magariisaa bara... Read more »

 “Oromoon Oromoo ajjeesuun bilisummaan dhufu hin jiru” -Miseensota ABO Shanee harka kennatan

Finfinnee: Oromoon Oromoo ajjeesuun Oromoo bilisoomsuu osoo hin taane gara garbummaatti wal deebisuudha jedhan Miseensotni garee ABO Shanee harka kennatan. Miseensonni kunneen sochiin ABO Shanee dhuguma qabsoo siyaasa bilisummaa isaanitti fakkaatee kan... Read more »

 Sosochiichaan omisha haaraa sagal gara alaatti erguun danda’ameera

Finfinnee: Sosochii “Itoophiyaan haa omishtuu” tiin omishaalee haaraa sagal biyya keessatti omishuun gara alaatti erguun kan jalqabame ta’uu Ministeerri Industirii beeksise. Ministirri ministeerichaa Obbo Malaakuu Allabal marii abbootii warshaalee waliin Roobii darbe... Read more »

 Kaampaaniin Booyiingi Waajjirasaa Itoophiyaatti banuuf murteessuun Kaampaanota idila addunyaa biroof karra saaqa

Finfinnee: Kampaaniin Xiyyaaraa Booyiingi sadarkaa Afrikaatti Waajjirasaa Itoophiyaatti banuuf murteessuun Kaampaanota biroof karaa kan saaqu ta’uu xiinxalaan Aviyeeshinii Idila Addunyaa Obbo Yoonaataan Mankir ibsan. Obbo Yoonaataan ibsa addatti Gaazexaa Bariisaaf Kamisa darbe... Read more »

“Haqa haqaaqame sirreessuuf  hojiirra oolmaan haqa ce’umsaa murteessaadha” -Kaadhimamaa (PhD) Geetaachoo Taaddasaa

Miidhaafi miidhama sirnoota darbe biyya kana keessatti mudatan wal’aanuufi miidhamni lammaffaa akka hin mudanneef haqa ce’umsaa hojiitti hiikuun dhimma murteessaa ta’uu Hayyuun Seeraa Yunivarsitii Bulee Horaa Kaadhimamaa(PhD) Geetaachoo Taaddasaa ni dubbatu. Obbo... Read more »

“Ijaarsi Hidha Laga Abbayyaa Amajjii bara 2017tti ni xumurama” -Injinar Kifilee Horroo

Finfinnee:  Hojiin Ijaarsa Hidha Laga Abbayyaa erga jalqabamee waggaa 13  ta’eera.  Hojiin ijaarsa hidhichaa waliigalaa  yeroo ammaa %96 irra ga’eera. Ijaarsa hidhichaa hanga  Amajjii bara 2017tti ni xumurama. Ijaarsa hidhichaa %4 hafe... Read more »

“Oromiyaan booressitoota nageenyaan waan kaleessa qabduufi har’a horatte dhabaa jirti” -Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Oromiyaan waan kaleessa qabduufi har’a horachaa jirtu qaamota nageenya booressaniin dhabaa jiraachuushee Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa ibsan. Obbo Shimallis waamicha nageenyaa qaamota hidhatee nagaa booressaa jiran daandii nagaatti... Read more »

Eegalamuun ajandaa walittiqabuu milkaa’ina marii ittaanuuf   murteessaadha

Finfinnee: Boqonnaan ajandaa walitti qabuu milkaa’ina boqonnaa marii biyyaalessaa ittaanuuf murteessaa ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Boqonnaan ajandaa marii walittiqabuu Magaalaan Finfinnee  Caamsaa 21 irraa eegale ittifufee jira. Komishinara Olaanaan Komishinichaa Pirofeesar... Read more »