Oduu Bariisaa
Bishooftuu: Komishiniin Misoomaafi Tajaajila Hawaasummaa Waldaa Warra Wangeelaa Makaana Yasus Itoophiyaa, wiirtuu horsiisa qurxummii ammaayaawaa Bishooftuutti argamu tibbana eebbisiiseera. Pirezdaantiin waldichaa Luba Yoonaas Yiggazuu sirna eebbichaarratti haasaa taasisaniin akka jedhanitti, Waldaan Warra... Read more »
Pirezidaantiin BMNO Obbo Lammaa Magarsaa Manneen hojii Mootummaa ji’oota jahan darban keessa raawwii hojii gadiaanaa galmeessisan hatattamaan tarkaanfii sirreessaa fudhachuu akka qaban hubachiisan. Obbo Lammaam kana kan hubachiisan qorannaa raawwii hojii waajjiraaleei... Read more »
Finfinnee: Paartiileen morkattootaa waadaa waliigaltee paartiileefi walta’insa Boordii Filannootiin qophaa’erratti akka yeroof akka waliihigalle Walittiqabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Walittiqabdittiin Aadde Burtukaan Miidhagsaa ibsa Roobii darbe gaazexeesitootaaf kennaniin, waadaan waliigaltichaa seera... Read more »
Finfinnee: Walga’ii guyyoota dheeraafi obsa fixachiisaa akkasumas falmisiisaa booda Bitootessa 24 bara 2010 aangootti kan dhufan Ministirri Muummee Mootummaa RFDI, Doktar Abiyyi Ahmad erga aangootti dhufanii har’a Amajjii 24 bara 2011 Qaam’ee... Read more »
Finfinnee: Lakkaawwiin ummataafi manaa marsaa 4fan Bitootessa 29m hanga Ebla 20 bara 2011tti kan geggeeffamu ta’uu Ejansiin Istaatiksii Giddugaleessaa beeksise. Daarektarri olaanaa ejansichaa, Obbo Birraatuu Yiggazuu ibsa kaleessa kannaniin akka jedhanitti, hojii... Read more »
Finfinnee:Hojjetaan mootummaa dandeettii, beekumsa, gahumsaafi naamusa qabuun dorgommiidhaan ramadamaa jiraachuu hogganaan Biiroo Pabliik Sarviisiifi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Dooktar Biqilaa Hurrisaa ibsan. Manneen hojii gurmaa’ina haaraan hundaa’an keessatti hojjetaan hundi caasaa haaraarratti... Read more »
Finfinnee: Sirnoota darban keessa Itoophiyaan gama hawaas-dinagdeefi siyaasaatiin fedhii gareewwan dhuunfaa akka guuttuuf ijaaramaa turuushee ragaalee seenaarraa hubachuun ni danda’ama. Kanaaanis lammiileen marti haala walqixa ta’een fayyadamummaa isaanii mirkaneeffachaa akka hinturre hayyootni... Read more »
Hawaasaa: Yeroo yerootti jeequmsa magaalattiitti uumamuun hawaasni dararamaa waan jiruuf mootummaan haalichaaf xiyyeeffannoo kennuu akka qabu dargaggootni magaalattii gaafatan. Haaromsi hanga ammaatti magaalattii waan hinqaqqabneef ummanni jireenya tasgabbaa’aa dhabuusaa kan himan dargaggootni... Read more »
Finfinnee: Jijjiiramoota biyyattiitti mul’ataa jiran keessaa tokko jaarmiyaaleen siyaasaa kanneen akka Adda Bilisummaa Oromoo Jaal Daawudiin durfamuufi ‘Arbanyoochi Ginbot 7’ qabsoo hidhannoo gaggeessaa turan dhaabanii karaa nagaatiin akka qabsaa’an gochuudha. Kanaanis Pirezidaantiin... Read more »
Bu’uura waliigaltee ABO Jaal Daawud Ibsaatiin hogganamuufi mootummaa gidduutti taasifameen kaleessa Magaalaa Ambootti kormi qalamee nageenyi labsameera. Koreen tekinkii dhimma kana hordofuuf Kibxata darbe hundeeffames yeroo gabaabaa keessatti hojiisaa xumuruun labsii labseera;... Read more »