Oduu Bariisaa

Finfinnee: Pirojektota bishaan dhugaatii waggoota kudhan dura bocamuun bajata guddaadhaan ijaarsisaanii jalqabame keessaa kan Nageellee tokko yoo ta’u, hanga har’aattuu hinxumuramne. Jiraattotni magaalittiis pirojektiin baasii qarshii miliiyoona 300n laga Gannaaleerraa harkifamee ijaaramuuf... Read more »

Waliso: Lolaa gannaa dhangala’a laga Awaashiin waggaa waggaan mudatuun hawaasni qe’eefi qabeenyasaarraa buqqa’u tokko lama miti. Bakkeewwan balaa lolaa kanaan hubaman keessaa godina Shawaa Kibba Lixaa aanaan Iluufi Daawoo akka fakkeenyaatti ka’u.... Read more »

Dubaay: “Ummanni jibbiinsaan badhaadhee, jaalalaan hiyyoome hinjiru; biyyi adda ba’uun mo’ate, tokko ta’uusaatiin akeeknisaa fashalaa’ees seenaa keessatti mul’atee hinbeeku. Hawaasni hattummaafi dhibaa’ummaan ulfaate, gaarummaafi tattaaffiidhaan kasaares hinjiru” jedhan Ministirri Muummee Mootummaa RFDI,... Read more »

Nageellee Booranaa: Pirojektiin hidha Gannaalee Daawwaa sadii humna elektirikii meeggaa waattii 254 maddisiisu Kibxata darbe eebbifamee hojii eegaluyyuu horsiisee bultootni Gujii aanaa Gordoolaa keessa jiraatan gariin beenyaan lafaa nuuf hinkaffalamne jechuun komii... Read more »

Bishooftuu: Sagantaan Misoomaa Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) magaalonni rakkoolee bu’uuraalee misoomasaanii hiikuun rakkoo hawaasdinagdee ummataa akka furaniif Baankii Addunyaa waliin ta’uun liqaa ni kenna. Itoophiyaanis waggoota kurnan darbanitti sagantichatti marsaa lamaan kan fayyadamte... Read more »

Finfinnee: Akkuma kallattiin xiyyeeffannoo hawaasa idil-addunyaa misooma bishaanii ta’e kan Itoophiyaas qabeenya bishaanii kuufachuu, sirnaan itti fayyadamuufi misoomarra oolchuu ta’uusaa dubbatan. Ministirri Muummee mootummaa RFDI Doktar Abiyyi Ahmad kana kan dubbatan Kibxata... Read more »

Finfinnee: Yaa’ii 36fan mana marii raawwachiistuu hojii Gamtaa Afrikaa galamsaa Finfinneetti argamutti geggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, biyyoonni miseensota gamtichaa 55 irratti argamaniiru. Qaama yaa’ichaa kan ta’e walgahiin idilee mana marichaa dursa... Read more »

Rakkoolee nageenyaa kutaalee biyyattii adda addaatti mul’achaa jiran furuuf mootummaan hojii dirree dimokraasii bal’isuufi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf raawwatu walqixa hojjechuu akka qabu dubbatu Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Afyaa’iin Mana Marii Bakka... Read more »

Sababa kanaan guyyaatti haadholiin 20-30 lubbuusaanii ni dhabu Finfinnee: Mootummaan mataduree, “Haati tokko lubbuu kennuuf lubbuu dhabuu hinqabdu” jedhuun fayyaa haadholiirratti xiyyeeffatee hojjechuu erga eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Hojii kanaanis yeroo da’umsaa qofa... Read more »

Finfinnee: Seenaasaa keessattis ta’ee akka Afrikaatti raawwii olaanaa ta’e galmeessisuu Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshiinii Itoophiyaa beeksise. Torbaan tokkoof gareen odiitaroota Siviil Aviyeeshiinii Addunyaatiin abbaa taayitichaarratti taasifamaa ture xumuramuu sababeeffachuun qabxii olaanaan kun... Read more »