Oduu Bariisaa
– Shawaa Bahaatti miseensonni ABO Shanee 416 harka kennatan Finfinnee: Waamicha nageenyaa Mootummaan Naannoo Amaaraa taasiseen hidhattoonni kuma 10 ta’an nagaan harka kennachuu Biiroon Kominikeeshiinii Naannichaa ibse. Hojii nageenyaafi olaantummaa seeraa kabachiisuuf... Read more »
Finfinnee: Marichi waldhaggeeffachuufi walkabajuun maddoota rakkoo ta’aniif furmaata kaa’uuf ulaa akka saaqu Komishiniin Marii Biyyaalessaa ibse. Waltajjiin marii Magaalaa Finfinnee Caamsaa 21-27 bara 2016tti gaggeeffamaa ture ajandaan marii walittiqabuun hirmaattota boqonnaa marii... Read more »
Finfinnee: Nuti lammiileen Itoophiyaa sabboonummaa sabdaneessummaa cimsuun biyya hundaa taatu biyya jabduu ijaaruu qabna jedhan Doktar Birhaanuu Leenjisoo. Yunivarsiitii Ambootti Hayyuu Sosholojii kan turaniifi yeroo ammaammoo Ministir De’eetaan Jallisiifi naannawawwan Gammoojjii Doktar... Read more »
– Bara dhufu galmeen kaffaltoota gibiraa dijitaaleffamee xumurama Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti gibirri qarshii biliyoona 14 ol karaa teeleebirrii kan sassaabame ta’uu Biiroon galiiwwan naannichaa beeksise. Hojiin galmee kaffaltoota gibiraa dijitaalessuu bara dhufu... Read more »
Finfinnnee: Itoophiyaan ulaa galaanaa daftee archuuf guddina dinagdee saffisaa galmeessuu akka qabdu hayyuun yuunivarsitii Finfinnee Doktar Maatiyoos Hinsarmuu ibsan. Seerotni ulaa galaanaa idiladdunyaa biyya kamuu fayyadamummaa ulaa galaanaa dhorkuu akka hindandeenye eeraniiru.... Read more »
Finfinnee: Naannoo Oromiyaatti barana sanyiin biqiltuu bunaa biliyoona 2.5 dhaabbiif qophaa’uu biiroon qonna naannichaa beeksise. Hogganaa Ittaanaan biirichaa Obbo Mahammadsaanii Amiin ibsa Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, naannichatti hojiin omisha... Read more »
Naqamte: Kilaastaraan hojjechuun omishtummaafi aadaa qusannaasaanii gabbisaa jiraachuu qonnaan bultoonni Godina Wallagga Bahaa ibsan. Qonnaan bultoonni aanaalee Sibuu Siree, Guutoo Giddaafi Gobbuu Sayyoo boqqolloo kanaan dura lafa hektaara tokkorraa kuntaala 30 argataa turan... Read more »
Konfaransiin dargaggootaa tibbana mataduree, “Dargaggoonni anniisaa jijjiiramaa, utubaa biyyaafi abdii egeree” jedhuun Oromiyaatti gandaa kaasee hanga naannootti adeemsifamee tureera. Nutis dhimmuma kana ilaalchisuun Hogganaa Ittaanaa Biiroo Dargaggoofi ispoortii Oromiyaa Obbo Kadir Indaalkaachoo... Read more »
Afrikaan hawaas dinagdeefi ce’umsa teknolojii kalaqaan tokkoomuun eeggattummaa kan maqsuufi miira ofitti amanamummaa kan cimsu ta’uu Ministirri Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmad beeksisan. Yaa’ii Afrikaa-Kooriyaa tibbana Kooriyaa Kibbaa, Magaalaa See’ulitti gaggeeffamerratti argamuun... Read more »
Finfinnee: Leenjiin dandeettii raawwachiisummaa cimsuu qonnaan bulaafi horsiisee bulaa guutuu Oromiyaaf guyyoota shaniif kennamaa ture kaleessa xumuramuu Biiiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Oromiyaa gabaase. Ittigaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa haasaa... Read more »