Oduu Bariisaa
Finfinnee: Waliigalteen biyyootni yaa’a bishaanii laga Abbayyaa torbanuu ALA bara 2011 magaalaa giddugaleessaa Ugaandaa, Inteebeetti taasisan saffisaan raawwachiifamuu akka qabu gaafatame. Kanaafis hojiin dippilomaasii ciminaafi bulchina qabu ittifufiinsaan hojjetamu akka qabu ibsameera.... Read more »
Finfinnee: Tatamsa’ina vaayirasii koronaatiin walqabatee hawaasni daldalaa muraasni magaalota biyyattii addaddaa keessatti qaala’insi gabaa akka uumamu gochuutiin jireenya lammiilee jeeqaa akka jiran beekameera. Mootummaanis gochicha to’achuuf tarkaanfii madaalawaa fudhachaa jiraachuusaa ibseera. Ogeessi... Read more »
Barreessaafi Xiinxalaa Miidiyaa Mohaammad Al Arusi Finfinnee: Waggoota hedduuf tarkaanfiin Misir laga Abbayyaarratti agarsiisaa jirtu hojii hubannoo uumuu bal’inaan dhimmicharratti addunyaadhaaf hojjatterraa kan maddu ta’uu kan himan dhiheenya kana dhimma hidha haaroomsa... Read more »
Bulbulaa: Waggoota hedduuf haalli ijaarsaafi diriirfama qaamoleen nageenyaa irratti qaawwi guddaan mul’achaa tureera. Miseensotni poolisiifi miseensotni raayyaa ittisa biyyaa seera duratti mirga walqixaa kan qaban lammiilee biyyattii garagarummaa ilaalcha siyaasaa isaan qabaniin... Read more »
Aggaaroo: Aanaan Gommaa aanaalee Godina Jimmaa 14n keessaa tokko yoo ta’u, Aggaaroon ammoo magaalaa guddoo aanichaati. Aanichi omisha bunaatiin kan beekamu ta’us misoomaan duubatti harkifataadha. Pirojektiin ijaarsa daandii Jimmaa- Aggaaroo, Dhidheessaafi Yunivarsitii... Read more »
Jimmaa: Omishaalee Itoophiyaan gabaa addunyaaf dhiyeessitu keessaa omishni bunaa sadarkaa duraa irratti eerama. Gabaa addunyaarratti dorgomaa ta’uuf ammoo qulqullina omisha kanaa mirkaneessuun dirqamadha. Qulqullinni omisha bunaa kan waldarbu irra caalaa yeroo sassabamu,... Read more »
Baddallee: Godinni Buunoo Beddellee waggaa tokkoo as komaandipoostiidhaan bulaa kan jirtu yoo ta’u, yeroo ammaa haalli nageenya godinichaa sadarkaa gaariirra jiraachuu waajjirri bulchiinsa godinichaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Tolasaa Biilloo dheengadda Gaazexaa... Read more »
Kombolchaa: Babal’achuun misooma paarkii indastirii rakkoo hojidhadummaa furuu keessatti shoora ol’aanaa kan taphatu yoo ta’u, yeroo ammaatti Itoophiyaa keessatti abdii ijji dargaggootaa irra boqatu ta’aa jira. Ta’us paarkiiwwan indastirii biyyattii keessa jiran... Read more »
Amboo: Lixa Oromiyaatti erga rakkoon nageenyaa uumameen asitti hawaasni gara giddu biyyaatti imalu hundi qaxxaamuree kan darbu Magaalli Amboo, keessa qaxxaamuruu qofa osoo hintaane, achumatti turtii kan taasisanis hedduun jiraachuusanii Kantiibaan magaalaa... Read more »
Finfinnee: Barnootni seenaa qabiyyeen isaa waa’ee seenaa mootummaafi gara Kaaba Itoophiyaa qofa irratti xiyyeeffata jedhamuun irratti waliigalamaa waan hinturreef waggoota 20f addaan cite turuun isaa ni yaadatama. Mojuliin seenaa qabiyyeen isaa fooyya’ee... Read more »