“Babal’achuun wiirtuuwwan qorannoo weerara dhibee koronaa to’achuuf murteessaadha” -Doktar Namoo Amboo

Weerarri dhibee koronaa biyyoota addunyaa hedduu kan waliin ga’e ta’us haalli tamsa’inasaa iddoorraa iddootti garaagarummaa kan qabuudha. Iddoo tokko tokkotti  yeroo gabaabaa keessatti namoota hedduu irratti kan mul’atu yemmuu ta’u, biyyoota hafan... Read more »

“Filannoo gaggeessuu yaaluun ABUT ilaalcha kalaabsummaati” -Doktar Aragaawwii Barihee

Wayita addunyaan lubbuu lammiilee koronaarraa baraaruuf watwaachaa jirutti fiigicha ABUT filannoo gaggeessuuf taasisaa jiru ilaalcha kalaabsummaa ta’uu Paartii Dimokraatawaa Ummata Tigraay ibse. Dura taa’aan paarttichaa Doktr Aragaawwii Barihee yaada ABUT calaqqisiisaa jiurratti... Read more »

“Weerarri lafaa Eekkaa sadeeniifi Kuraa Jiddaatti raawwatame to’atameera” – Bulchiinsa Aanaa Barrak

Akka addunyaafi Itoophiyaattigaaga’ama guddaa dhibeen koviid-19geessisaa jiru daheeffachuun saamichi lafaa gandoota Eekkaa Sadeeniifi Kuraa Jiddaatti raawwatamaa ture to’atamuu Bulchiinsi Aanaa Barrak beeksise. Eenyummaan qaamolee saamicha lafaa gaggeessanii garuu beekuun rakkisaa ta’uu ibsaniiru.... Read more »

“Namoota vaayirasichaan qabaman keessaa baay’onni fayyuun Jarmaniif maqaa gaarii kenneera” -Ambaasaaddar Muluu Salamoon

Addunyaan keessumaa biyyoonni Awurooppaa ammaan tana gaaga’ama guddaa vaayirasiin koronaa (koviid-19) lubbuu namaafi dinagdeerraan ga’aa jiruun raafama keessa jirti. Biyyoonni danuun vaayirasicha ummatasaaniirra ittisuuf darbees gaaga’ama guddaa isaan qaqqabaa jiru xiqqeessuuf tarkaanfilee... Read more »

Kaffaltii sirreessa iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa raawwachuuf qophiin xumuramaa jira

Sirreessi iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa ‘JEJ’n xumuramee hojiitti seenamus kaffaltiin hanga ammaatti waan hinraawwatamneef hojjettoota mootummaa biratti komii guddaa uumeera. Ministeerri Maallaqaas kaffaltii ji’a sadii kaffaluuf qophiirra jiraachuufi kan hafe ammoo bajata... Read more »

Dagannaa keessaa yaa bahamu

 Biyyoota addunyaa mara keessatti wayita vaayirasiin koronaa saffisa olaanaatiin tamsa’uun yaaddoo lammiilee maraa ta’aa jiru kanatti, namni kamuu ofiifi maatiisaa, akkasumas hawaasa keessa jiraachaa jiru dammaqsuun murteessaadha. Odeeffannoowwan Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa, Ministeerri... Read more »

Tajaajiloota Gabaan Omisha Itoophiyaa kennaa jiruufi hanqinaalee furamuu qaban

Boongaa: Odeeffannoo gabaa kennuun, sadarkaa qulqullina bunaa baasuufi tajaajila mankuusaa kennuun hojiilee gurguddoo Gabaan Omisha Itoophiyaa kennaa jiruudha. Gabaan omishichaa dameelee 23 kan qabu yoo ta’u, torban darbe dameeleesaa Jimmaa, Boongaa, Baddalleefi... Read more »

“Yaalii ijaarsa hidhichaa gufachiisuuf taasifamu kamuu dura dhaabbanna” -Miseensota poolisii Oromiyaa

Bulbulaa: Haadholiitu waan daa’imman ofii qooqsee pirojektii biyyaaf waan dhoksatan itti gadi baase. Qonnaan bulaa jiruun hin guuttaminiiftu, “Ilmi koo bor akka koo hinrakkatiin” jechuun isa gaafa rakkootiif olkaayyate itti gadi yaafate.... Read more »

Qonnaan bultoonni aanaa Gommaa 105 buna gabaa addunyaaf dhiyeessaa jiru

Aggaaroo: Godinni Jimmaa Omisha bunaatiin beekama. Aanaan Gommaa ammoo aanaalee godinichi qabu 21 keessaa isa tokko yoo ta’u, bakka argama buna Arabiikaati. Aanichi gandoota 41fi magaalota xixiqqoo shan kan qabu yoo ta’u,... Read more »

Yerootti ofis oolchanii kaanis oolchan

Finfinnee: Vaayirasii koronaa(COVID-19) saffisa olaanaatiin tamsa’uun lubbuu lammiilee addunyaa gaaga’aa jiru ittisuuf tooftaalee saayinsawaa ta’an keessaa tokko qaamaan walirraa fagaachuun(physical distancing) ta’uusaa erga beeksifamee kaasee hanga tokko hojiirra oolfamaa jira. Hubannoon kutaaleen... Read more »