Bajanni Itoophiyaa bara 2017 qarshii biliyoona 971.2 ta’uun ragga’e

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bajata biyyattii kan bara 2017 qarshii biliyoona 971.2 sagalee guutuun raggaasise. Bajata kana ilaalchisee mana marichaaf yaada murtii kan dhiyeessan walittiqabaan Koree Dhaabbii Dhimmoota Faayinaansii, Bajataafi... Read more »

“Misoomni kooridarii injifannoo hunda keenyaati” – Minstira Muummee Abiyyi Ahmad(PhD)

Finfinnee: Misoomni Koridarii Finfinnee injifannoo hundaa ta’uu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Ministirri Muummeen kana kan ibsan yaa’ii idilee 36ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa dheengadda adeemsifamerratti. Doktar Abiyyi akka jedhanitti,... Read more »

 “Daandii nageenyaan ala abjuun aangoo qabachuu kamuu hinmilkaa’u” – Ministira Muummee Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Daandii nageenyaatiin ala wixxirfannaan shira adda addaatiin aangoo qabachuuf taasifamu kamuu kan hinmilkoofne ta’uu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan. Doktar Abiyyi Kamisa darbe wayita gaaffii Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota... Read more »

 Wixineen labsii qabeenya deebisiisuu qophaa’e sochii dinagdee seera qabeessa uumuun alseerummaa hambisuuf gargaara

Wixineen labsii qabeenya deebisiisuu qophaa’e sochii dinagdee fayyaalessa ta’eefi seera qabeessa ta’e uumuun al seerummaafi yakka mudatu hambisuuf kan gargaarudha. Wixineen labsii qabeenya deebisiisuu qophaa’e sochii dinagdee fayyaalessa ta’eefi seera qabeessa ta’e... Read more »

 Kan nagaa fedhuuf karri nagaa ammayyuu banaadha

Itoophiyaaf nageenyaafi misoomni dhimma jiraachuufi jiraachuu dhiisuu waan ta’eef tolaanis ta’e lolaan nageenya waaressuun dhimma boriif dhiifamu miti. Bakka nageenyi hin jirretti abjootanii dhugoomsuun, qotanii galfachuun, daldalanii buufachuun haa hafuutii waan harkaa... Read more »

 Ityoophiyaan qoricha omishtee gara biyyoota 30 olitti ergaa jirti

Finfinnee: Osoo akka ammaa teknooloojiifi barnoonni hinbabal’atiin dur namoonni dhibeefi balaa isaan mudateef manumatti biqilootaafi wantoota naannoosaanitti argamuun fala itti kennu. Hedduun qorichoota ammayyaa yeroo ammaa itti dhimma bahamaa jirus irra jireessi... Read more »

 Inistitiyuutichi wabii midhaan nayaataa mirkaneessuuf qorannoon sanyii midhaaniifi beeyladaarratti xiyyeeffatee hojjechaa jira

Finfinnee: Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf sanyii midhaanii, beeyiladaafi teekinolojiirratti xiyyeeffachuun qorannoo bal’aa gaggeessaa jiraachuu Inistitiyutiin Qorannoo Qonnaa ibse. Daarektara Ittaanaa Inistitiyutichaa kan ta’an Dirribaa Galatee (PhD) tibba darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »

 Sumaaleetti omisha baranarraa callaa kutaala miliyoona 31 tu eegama

Finfinnee: Naannoo Sumaaleetti omisha arfaasaafi gannaa 2016fi kan birraa bara 2017 irraa callaa kuntaalli miliyoona 31 akka eegamu Biiroon Qonnaa Naannichaa beeksise. Hanqinni xaa’oo jiraachuus ibsameera. Hogganaa Ittaanaan Biirichaa Obbo Mahaammadnuur Abdii... Read more »

 Daandiin Xayyaaraa Naqamtee guddina dinagdee Oromiyaa Dhiyaaf abdii guddaadha

Finfinnee: Hojii eegaluun Daandii Xayyaaraa Naqamtee godinicharra darbee guddina dinagdee Oromiyaa Dhiyaafuu abdii guddaa ta’uu Bulchaa Ittaanaan Godina Wallagga Bahaa Obbo Gammadaa Tafarraa ibsan. Obbo Gammadaan Roobii darbe Dhaabbata Pireesii Itoophiyaaf akka... Read more »

 Wallagga Lixaatti namootni kuma 560 ol dhibee busaan qabaman

Finfinnee: Ji’oottan 11 darbanitti Godina Wallagga Lixaatti namootni kumni 560 ol dhibee busaan wayita qabaman Godina Wallagga Bahaatti torban tokko keessatti namootni kuma 15 ta’an dhibee kanaan qabamuu Itti gaafatamtoonni Waajjiraalee Fayyaa... Read more »