Oduu Bariisaa

Finfinnee: Alergii bunaa ji’a kudhaniirraa galiin doolaara biliyoona 1.87 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayee Federaalaa beeksise. Gatiin bunaa ji’a darbee irraa %10 amala gadbu’uu agarsiisaa waan jiruuf qonnaan bultootaafi dhiyeessitootni buna harkaa... Read more »

Finfinnee: Alergii bunaa ji’a kudhaniirraa galiin doolaara biliyoona 1.87 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayee Federaalaa beeksise. Gatiin bunaa ji’a darbee irraa %10 amala gadbu’uu agarsiisaa waan jiruuf qonnaan bultootaafi dhiyeessitootni buna harkaa... Read more »

Adaamaa: Adaamaatti hojiilee barana nageenya tiraafiikii eegsisuufi balaa tiraafiikii hir’isuuf raawwatamaa tureen bu’aawwan guguddoon galmaa’uu Ejensiin Geejjiba Bulchiinsa Magaalichaaa beeksise. Ittigaafatamaan ejensichaa Obbo Makuraa Shuumii kaleessa Gaazexaa Bariisaatti akka himanitti, to’annoofi hordoffii... Read more »

Finfinnee: Ministeerri Fayyaa haala waqtaawaa tajaajila fayyaarratti dheengadda ibsa kenneera. Ministeerichi tajaajila fayyaa qulqullina qabuufi haqaqabeessa waliingahuuf imaammataafi tarsiimoo fayyaa bocee hojjechaa jiraachuu ibseera. Sababnisaa maalis ta’u tajaajiloota hawaasummaa haala kamiinuu adda... Read more »

Fiichee: Barsiisaan hojmaata taa’een mirga bakkarraa bakkatti jijjiiramuu seeraan argachuufi hojmaanni badaan kanaan ala jiru fudhatama kan hinqabne ta’uu Waajjirri Barnootaa Godina Shawaa Kaabaa beeksise. Ittigaafatamaan waajjirichaa Obbo Gaashaawu Akliiluu turtii Wixata... Read more »

Finfinnee: Lammiilee biyyattii keessaa dhibbantaan 80 ta’an hojii qonnaatiin kan jiraatan yemmuu ta’u, qonni hojii lammiileen biyyattii harki caalu ittiin jiraatu qofaa osoo hin taane, madda dinagdee biyyattii isa hangafaatis. Utubaa dinagdee... Read more »

Baatuu: Yuniyeeniin Waldaalee Hojii Gamtaa Jallisii Bulbulaafi Federeeshiniin Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa bakka Biiroon Qonna Oromiyaafi Ejensiin Babal’ina Waldaalee Hojii Gamtaa Oromiyaa jiranitti sirna facaasaa sanyii filatamaa boqqoolloofi boloqqee eegalchiisan. Facaasaan sanyii... Read more »

Finfinnee: Dhaabbatichi erga hundeeffamee hanga dhuma bara 2016tti maashinaroota qonnaa kanneen akka kombaayinaraafi tiraaktaroota abbaa humna fardaa garagaraa qabaniifi meeshaalee harkifamoo waliigalaan 2,381 ta’an qonnaan bulaa biraan gahuu Hoji Gaggeessaan Dhaabbata Omisha... Read more »

Finfinnee: Dhaabbileen BLTO humna namaa ga’umsa qabu horachuuf leenjichi fedha leenjifamtoota waliin walsimachuu akka qabu Inistitiyutiin Leenjii Teknikaafi Ogummaa beeksise. Dhaabbilee BLTO mootummaafi dhuunfaa dabalatee waliigala dhaabbilee BLTO kuma 1fi 700 ol... Read more »

Adaamaa: Ganna bara 2017tti roobni idileen olii akka eegamu Inistitiyutiin Metiworolojii Itoophiyaa beeksise. Inistitiyutichi qorannoo haala qilleensa arfaasaaf raaga haala qilleensa gannaa qaamolee dhimmichi ilaallatu waliin Adaamaatti mari’achuun ifoomseera. Daarektara Olaanaa Inistitiyutichaa... Read more »