Namni of hinjijjiirre kan biraa hinjijjiiru

Yeroo tokko waa’ee dargaggeessa biyya lafaa jijjiiruuf yaalee dubbiseen ture. Jalqabarratti biyya lafaa jijjiiruuf jedhee dadhabe. Ittaansuun biyyasaa jijjiiruuf jedhee dadhabe; itti fufee magaalaasaa jijjiiruu yaalee dadhabe; dhumarratti maatiisaa jijjiiruuf yeroo yaalutti... Read more »

Rakkoo waraanni fidu dandamatanii darbuu

Yeroo waraanni yookaan walitti bu’iinsi jiru akkasumas erga waraanni xumuramee booda hawaasa wajjin darbee kan hafu inni guddaan rakkoo dinagdeeti. Mudannoo dhabiinsa nyaataati, beelaaf saaxilamuu hawaasaati. Kanas kanaan dura waraanawwan addunyaan keenya... Read more »

Mirga dhala namaafi mootummoota gamtooman

Falmiifi haalotni mirga namaa wajjin walqabatan bara keessa jirru kana yeroo dhageenyu umriin dhiyoo kan qabu, umurii mootummoota gamtoomanii ykn umurii ijaaramuu biyyoota akka Ameerikaa wajjin kan walgitu nutti fakkaachuu danda’a. Darbees... Read more »

Dawaan oduu sobaa dhugaadha

Barri keessa jirru kun baroota darban caalaa yeroo itti odeeffannoon kallattii addaa addaan, karaa salphaa ta’een nama hundumaa bira ga’u keessa jirra. Odeeffannoo kana keessaa ammoo kan baay’inaan jireenya namootaa dhuunfatee jiru... Read more »

Yunivarsiitiin maaliif digrii Mulqa?

Waggoota darban keessatti biyyoota addaa addaatti yuunivarsiitonni eebbifamtoota yunivarsiitiisaaniifi namoota doktora kabajaa kenneef gara garaarraa sababoota adda addaatiin digriisaanii utuu irraa fuudhanii arguun keenya hinoolle; oolee bulees biyya keenya keessatti arguu eegalleerra.... Read more »

Hanqina ga’umsa geggeessummaafi dhiibbaasaa

Barri keessa jirru kun bara kamuu caalaa rakkoon geggeessitoota jijjiirama dhaloota irrattis ta’e biyya irratti fiduu dandaa’anii bakka hundumaatti nimul’ata. Tarii namoonni baay’een biyya Afrikaa qofatu rakkoo kana qaba jedhanii yaaduu nidanda’u.... Read more »

Intarneetii sirnaan fayyadamuu baannaan miidhaa qaba

Yeroo hedduu wanta riphee nama miidhu beekanii of irraa ittisuun salphaa miti. Sababiinsaas waan biraa jala miliqee yookaan walfakkaatee jiraata waan ta’eef. Bofti marga keessaa kan nama miidhuu dandeessu akka hinargamnetti marga... Read more »

Guyyaan borii kan abbaa har’a ittiqophaa’eeti

Yeroo tokko qurxummii sadiitu bishaan keessa jiraatu. Inni jalqabaa maqaan isaa “Dursii Karoorsi” jedhama. Inni lammaffaa “Saffisaan Yaadi”, inni sadaffaan “Taa’ii Eegi” jedhama. Gaaf tokko akkuma kanaan duraa utuu bishaan daakanii oduu... Read more »

Tarsiimoo olola dharaa injifachuu

Ololli, (Piroppogaandaan) yaada, odeeffannoofi kkf dhaabbata tokko, namaafi haala jiru gargaaruuf ykn miidhuuf kan tamsa’uudha. Inni kun addumaan yeroo waraanaa daran kan hammaatu akka ta’e biyyoottan akka Iraaq, Afagaanistaan, Sooriyaatii eegalee hanga... Read more »

Dhugaan mi’aadha; Piroopogaandaan rakasa (Stokes)

Yeroo hedduu addumaan yeroo waraanni jiru jecha piropogaandaa jedhu yeroo dhageenyu jecha haaraafi hammayyaa nutti fakkaata. Biyyoottan akka Ameerikaatti jechi kun kan fayyadamuu eegale bara waraanni addunyaa tokkooffaan eegale bara 1914 akka... Read more »