Yeroo hedduu walitti bu’iinsa ilaalchisee namootni miidhaasaa qofa, isa tokko mo’ataa isa kaan immoo mo’amaa kan taasisu akka ta’etti fudhachuun gartuun hojii sirriitti hojjetu gartuu walii galtee cimaa qabu, tasumaa kan walitti... Read more »
Barri nuti keessa jirru bara wantoonni hundi saffisaan kaatanidha. Biyyi lafaas saffisaan jijjiiramaa jirti. Dandeettiin hojii tokkoof ykn bakka tokkoof waggaa muraasa dura barbaachisaa ture har’a bakka isa duraa hinjiru. Akkaataan hojiis... Read more »
Bara 1954 ALA biyyi Inglizii fiigicha qopheessiterratti namoota hirmaatan keessaa lama hanga dhumaatti morkii cimaa godhan. Dhumarratti garuu namni Johon Laandi jedhamu sekoondii 0.8’n dhoksaa mo’amuusaatii yeroo dubbatu sarara isa dhumaa irra... Read more »
Filannoon Dhaloota Kiristoos Dura bara 508 Giriikotaan akka eegalameefi booda keessa bifa ammaa kana qabaachaa yoo deemellee jalqabatti amala alta’umsaa (negative election) kan qabu ture. Namootni filachuu danda’an dhiirota abbaa lafaa ta’an... Read more »
Namni Naappoliyoon Bonapartee (1769-1821) jedhamu ajajaan loltoota biyya Faransaay booda keessa mootii biyyichaa kan ta’eefi biyyoota Awurooppaa hedduu waraanaan harka Faransaay jala akka galan kan taasise dubbii hedduu dubbate keessa kan hinhirraanfatamne... Read more »
Ilaalchi kee jireenya kee ni murteessa. Ilaalchi hundee milkaa’inaa yookaan kufaatii ati kanaan dura qabaachaa turtee yookaan gara fuula duraatti qabaattuuti. Ilaalchi ati qabdu itti gaafatamummaa guddaaf si qopheessuus ta’e bakka jirtuu... Read more »
Galaanarra yeroo deeman qilleensi hamaan yoo nama qunnamu kallattii qilleensaa geeddaruu irra akkaataa itti qilleensa sana dandamatanii bakka yaadan ga’an irratti hojjechuun murteessaadha. Qilleensa jiru geeddaruu ni dadhabda ta’a; of geeddaruu garuu... Read more »
Namni tokko ilaalcha hamaan marfamee, odeeffannoon nama joonjessuu akka bokkaa yoo itti roobe illee simachuus ta’e diduun filannoo isaati. Ilaalchi keenya haala naannoo fakkaachuu yookaan adda akka ta’u gochuu ni dandeenya. Sababiin... Read more »
Fakkii armaan olii irratti maal agartaa? Walakkaa guutuu moo walakkaa hir’uu? Deebiin kee ilaalcha kee murteessa. Namoota ilaalcha ta’umsa (positive attitude) qabaniif walakkaa guutuu kan ta’e yeroo itti mul’atu namoota ilaalcha alta’umsa... Read more »
Waa’ee ilaalchaarratti namootni baay’een kitaabileefi barreeffamoota adda addaa barreessaniiru. Dhiibbaa Ilaalchonni gaariifi hamaan namarraan gahan ilaalchisee waan hedduun dubbatameera. Kutaa keenya har’aa keessatti ilaalchi gaariin maal akka ta’eefi attamitti akka gabbifachuu dandeenyu... Read more »