Interneetiin cimda (‘network’) danuu kaadima (‘servers’) keebilootaan guutummaa addunyaarratti walqabataniidha. Yeroo jalqabaatiif akkaataa itti odeeffannoo takkaadhaan dabarsuun danda’amu nama Li’oonaardi Kileeyinrok jedhamuun Caamsaa 31 bara 1961 wiixineesaa beeksifame. Ittifufuunis emeeyiii ALA bara... Read more »
Addunyaa kanarratti sagalee xurumbaa ol-kaafamee afuufamu qofa utuu hinta’in sagalee namoota rakkoo guddaa keessa jiranii sagalee namoota du’aafi jireenya gidduu jiranii dhaga’uun salphaa miti. Kan nama ajaa’ibsiisu yoo jiraate sagaleen guddaan dhagaa’amu... Read more »
Zarihun Gabreetiin Yeroo tokko maanguddoo beekaa tokkotu galaana cina taa’ee utuu waa barreessaa jiruu nama qarqara galaanaatii ariitiin gadi jedhee ol jedhu tokko argee ajaa’ibsiifachuun garasaa dhaqe. Yeroo itti dhiyaatu dargaggeessa tokkotu... Read more »
Tola ooltummaa (volunteerism) jecha jedhu yeroo jalqabaaf galmaa’ee kan agarru bara 1755 akka ta’e namootni hedduun irratti walii nigalu jedheen amana. Ta’us jechi kun bara caqafame kana dura waraana keessatti hirmaachuu, hojii... Read more »
Awustiraaliyaatti Gaazexessaan Adele Horin jedhamu gabaasa Gaazexaa “Sydney Morning Herald” jedhamurratti baaseen “poornoogiraafiin summii maatii diiguudha” jedhe. Namoonni hedduun poornoograafiin hariiroo abbaa warraafi haadha warraa gidduu jiru keessumaa gama jireenya qunnamtii saalaatiin... Read more »
“Addunyaa kana irratti namni utuu kufaatii hinargin milkaa’ee hinjiru. Haa ta’u iyyuu malee kufuuf hinhojjetin. Yoo utuu hojjettuu kufaatiin simudate garuu dhuma biyyaa lafaa waan hintaaneef abdii hinkutatin” Yeroo tokko barreessaan maqaan... Read more »
Jijjiiramni seera uumamaati. Billaachi raammoo abbaa cinqaarroo (caterpiler) irraa, yoon dhuunfaatti seera jijjiirama tirannaatti (evolution theory) akka nama dhuunfaatti hinamanu yoon ta’e illee ilmi namaa sadarkaa har’aa ga’uuf kallattii garaa garaan jijjiiramni... Read more »
Abdiin dukkana nama marseen utuu hindaangeffamin ifa guyyaa borii arguu danda’uudha. Borii ofiif abdii dhabuun jiraachuuf fedha dhabuudha. Inni kun bara kam caalaa yeroo ammaa biyyoottan guddatan dabalatee kan mul’atuudha. Fakkeenyaaf bara... Read more »
Yeroo tokko akka tasaa namaafi leenci bosona keessa walitti dhufanii waliin haasa’aa utuu deemanii fagoo utuu hinga’in wal-lolan. Natu caalaatu gidduu isaaniitti uumame. Akka tasaa yeroo bosona keessa ilaalan siidaa nama qaaruu... Read more »
Yeroo hedduu namootni ofitti amanamummaa hinqabne akka samii urjii hinqabneeti. Ifa namoota kan biraatti kan hinaafan, gaaddidduu isaaniin dukkaneessuu kan yaalan namoota injifatamoodha. Namootni hedduun kan ilaalcha gadi-aantummaa horatan dandeettii, barumsa, qabeenyaafi... Read more »