Sirna kabaja “Yoo Masqalaa” saba Gaamoo

Saba Gaamoo biratti qophiin kabaja ayyaana Masqalaatiif taasifamu waggaa tokko fudhata. Haalli kabajasaas boqonnaawwan lama kan qabu yoo ta’u, inni jalqabaa walakkeessa baatii Fulbaanaatti; lammaffaan ammoo ji’uma kana gara xumuraatti kan kabajamu... Read more »

 Ayyaana Masqalaa

Masqalli mootii ayyaanaati. Akkuma beekamu mootiin hogganaa biyyaafi garee gurmuu hawaasaati. Masqallis ayyaana barii birraa waan ta’eef ykn bara haaraa kanaaf isa dura waan ta’eef mootii ayyaanaa jedhanii yaamu. Kana malees jalqaba... Read more »

 “Fiilmiin dokmantarii Ateetee olola sirni Gadaa mirga dubartootaa hinkabachiisu jedhu kan cabsuudha”- Dargaggoo Roobsan Waabee

Dargaggeessa umrii dargaggummaa keessatti hojii jaarsaatiin ummata ajaa’ibsiisee harka rukuchiise, saayinsii ammayyaa baratee aadaafi aartii Oromootiif gumaachuu filate, dargaggeessa magaalatti dhalatus haati aadaafi duudhaa Oromootiin barsiifattee imaanaa aadaafi duudhaa Oromoo kana barsiisuu... Read more »

Irreecha: Dirree nagayaa, jaalalaa, tokkummaafi obbolummaa

Irreechi baranaa karaa aadaafi duudhaa isaa ganamaa eeggateen akka kabajamuuf Oromoonni biyya keessaafi alaa gamtoomaan akka dhaabbataniif Abbootiin Gadaafi Hawwan Siiqqee yaamicha taasisan. Mariin Abbootii Gadaa, Hawwan Siiqqee, Hayyootaafi Jaarsolee biyyaa qindeessummaa... Read more »

 “Mucaan koo magaalaatti waan guddateef Afaan Oromoo hinbeeku jechuun safuu ta’uu qaba” – Obbo Leeniin Quuxoo Hamdoo

Obbo Leeniin Quuxoo Hamdoo, Yunivarsitii Naannoo Oromiyaatti Qorataafi Gorsaa akkasumas Daariktara Inistiitiyuutii Qorannoo Misooma Afaan, Aadaafi Aartii Oromooti. Gaafdeebii hayyuu kana waliin dhiyeenya kana dhimmoota afaan, aadaafi duudhaa Oromoorratti taasifne akka armaan... Read more »

 “Tajaajila geejibaa caalaatti si’eessuuf caaseffama kilaastaraa diriirsuun barbaachisaadha”  – Obbo Mahaammad Tashitaa, Ittigaafatamaa Ejensii  Geejibaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee

Sadarkaa guddinniifi fedhiin hawaasaa irra gaherraa ka’uun tajaajila geejibaa ammayyaa diriirsuun murteessaadha. Kana dhugoomsuuf ammoo humna nama barateefi teknolojii addunyaan irra geessetti fayyadamuun daran murteessaadha. Dameen geejibaa dameelee rakkoon bulchiinsa gaariifi hanqinni... Read more »

 Shinooyyee: Sirba aadaa jala bultii Birraatti dubaraan sirbamu

“Sirbaa taphadhaa gammachuu keenyaa barri haarawaa kan ofii keenyaa Qaammeen nuuf dhuftee meewaggaa haaraa Nutis gammannee sirbaan dabaalaa X 2 Abaaboon urgooftee birraa barii jala geennaan Dukkanni bari’ee ka’aa qarreenis wal geenyaa”... Read more »

 Sirba Qaammee

Sirbi Qaammee akkuma sirboota biroo afoolasaa danda’ee haalaafi bifa adda addaa qaba. Haala walaloo sirba Aseesaa keessaa tokko rawwiidha. Rawwiin sirba tokkotti lubbuu kan horuudha. Afwalaloon akka jiraatu kan taasisu raawwiidha. Kunis... Read more »

 “Asallaa akkuma Finfinnee hawwattuu taasisuuf hojiitti jirra, ibsaafi misoomni kooriidarii xumurameera” -Obbo Simee Tsaggaayee

Misooma magaalotaa akka biyyaatti mootummaan qabatee ka’e milkeessuuf warraaqsa eegaleen jijjiiramni magaalaa Finfinneetti galmaa’aa jiru waan ajaa’ibaati. Namni Finfinnee kaleessa beeku har’a osoo dhufee argee addunyaa haaraa keessa kan gale taasisee kan... Read more »

 Aadaafi duudhaalee walgargaarsa keenya ganamaa

Oromoon aadaa walgargaarsaa, waldeeggarsaafi walbira dhaabachuu hedduu qaba. Aadaan walgargaarsaa kun maqaalee gara garaatiin kan beekamu yoo ta’u, isaan keessaa buusaa gonofaa, harkoo ykn dabaree, hirpha, daboo ykn jigii, ulfina walitti qabachuufaa... Read more »