Jimaa qama’uun cawee dabalatee dhukkuba danuuf nama saaxila

Faayidaafi miidhaa jimaan qabu ilaalchisee wantootni hedduun ni dubbatamu. Keessumaa gama dinagdeetiin, gama hojii uumuutiin, bakka xiqqoo irratti omisha gatii guddaa baasuufi kkf ilaalchisee namootni faayidaa jimaan qabu dubbatan ni jiru. Gama... Read more »

Sochoosaa Siphat

Bar tokko jaarsatu ilmasaaniif intala ilaaluu gara naannawa tokkootti imalan. Akkuma qe’ee warra intalaa gahaniin ‘warri kun…warri kun…’ jechaa sagalee ol kaasanii  waaman. Intalli warra manaas nooraa jettee gadi baate. Jaarsis kuma... Read more »

Hubadhu

Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hintaane, nama sammuu hiyyoomeedha! Beekaa jechuun nama dogoggora ofii beekee, irraa sirraa’eedha! Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka hinmuran! Mo’uu jechuun 1fa bahuu qofa... Read more »

Maaliif Jigjigaa jedhame?

Jigjigaan magaalaa guddoo bulchiinsa mootummaa naannoo Somaaleeti. Obbo Abdurramaan Sheeh Ahmad jiraataa magaalaa Jijigaati. Akka isaan jedhanitti,  lafti magaalattii biyyee gurraacha waan ta’eef yeroo qotan ni jijjiga. Kanarraa ka’uun magaalattiin Jigjigaa jedhamtee... Read more »

Namoonni hedduun maaliif tamboo xuuxuu eegalu?

ALA bara 2015 keessa addunyaa keenyarraa namoota biliyoona tokkoo ol ta’an akka tamboo fayyadaman Dhabbanni Fayyaa Addunyaa (‘WHO’) gabaasee ture. Dhaabbatumti kun akka gabaasetti, biyya keenya, Itoophiyaattillee bara 2002 namoota umuriin ga’eeyyii... Read more »

“Kanaan booda Oromoon waa dhaammachuu osoo hintaane, raawwachuutu irraa eegama” -Obbo Shimallis Abdiisaa

“Biyya Boolee bulbulaa, Boolee boolee bolaalee, Dur qamadiitu irra biqilaa, Boolee boolee bolaalee, Har’a xiyyaaratu irra gulufaa Boolee boolee bolaalee” jedha weellisaa Sayyoo Dandanaa wayita Oromoon qe’eesaa qamadii irra facaafataa tureerraa fageeffamee... Read more »

Alkoobar (Halkoo-Bar)

Dubbistootaa, maxxansa keenya torbaniitiin mataduree kana jalatti haalatti jarreen mootota Shawaa jedhanii of gurmeessan waraanaan ummata lafarraa kaasaa turan isin dubbisiisuun keenya ni yaadatama. Walumaagalatti ammoo Adoolessa 6 bara 2011 irraa eegallee... Read more »

Oduu durii

Bara durii sangoota sadii bifaan: adii, burreefi gurraacha ta’an jaalalaan bosona keessa waliin jiraatu turan. Waraabeessi ammoo jaalalaafi tokkummaa isaaniitti hinaafuudhaan mala ittiin adda isaan baasu barbaadu eegale. Sangootni yeroo mara waliin... Read more »

Sodoomummaa (‘Homosexuality ’)

Biyya keenyatti sodoomummaa ilaalchisee wanti nama suukanneessu, addumaan ammoo dhiyeenya kana daaw’annaaf gara Itoophiyaa ni dhufna jechuunsaanii namoota baay’eetti gaaffii ta’uurra darbee kaayyoonsaanii maalii? gaaffiilee fallisaa’oo maalii jedhu kaaseera. Sodoomummaan namoota korniyaa... Read more »

Maaliif Bishooftuu jedhame?

Finfinneerraa kiiloo meetira 42 fagaattee kan argamtu Magaalaan Bishooftuu keessumaa tibba ayyaana Irreechaatti maqaanshii irra deddeebiin ka’a. Har’a mataduree kana jalatti waa’ee moggaasashiirratti xiyyeeffanneerra. Maqaan Bisooftuu jedhamu jecha Afaan Oromoo “Bishaan” jedhamurraa... Read more »