Keessummaa Bariisaa
Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya har’aa hayyuu siyaasaa, seeraafi mirga namoomaa kan ta’aniifi yeroo ammaa Hogganaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa (BATO) kan ta’an Obbo Kabbadaa Deessisaati. Gaafdeebii keessummaa keenya waliin taasisne akka armaan... Read more »
Waasihun Takileetiin Guddina teknolojii dijitaalaan walqabatee yakkoonni walxaxoofi rakkisoo ta’an addunyaa keenya kana gaaga’aa jiru. Gaaga’ama kanaan walqabatee addunyaan hayyoota qaaleyyii biyyasaaniif bu’aa guguddaa buusuu danda’an dhabdeetti. Akka fakkeenyaatti qondaalli waraanaa biyya... Read more »
Ijaarsi sirna federaalizimii bu’uureffamuun erga hojiirra oolee kaasee naannoleen poolisii idileefi humna addaa mataasaanii kan horatan yoo ta’u, nageenya naannoleesaanii eegsisuun olaantummaaan seeraafi dimokraasiin akka lafa qabatuuf gaachana ta’uun tajaajilaa turaniiru; jirus.... Read more »
Hojiin ambaasaaddarummaa ogummaa; saayinsiidhas jedhamee fudhatama. Kun gama tokkoon fedhii, gahumsaafi beekumsa qabaniin kan ilaalamu yoo ta’u, gama biraatiin ammoo amanamummaa, qajeelummaafi jaalala biyya ofiif qabaniin madaalamee kan ibsamuudha. Bu’uura kanaan Itoophiyaan... Read more »
Obbo Faxxanaa Tashoomaa Keessummaan Gaazexaa Bariisaa maxxansa kanaa Obbo Faxxanaa Tashoomaa, Daariktara Ejensii Metiworolojii biyyaalessaafi miseensa koree raawwachiiftuu hojii metiworolojii addunyaati. Gaafdeebiin isaan waliin taasisne akka armaan gadiitti dhiyaateera. Bariisaa: Bakka dhalootaa,... Read more »
– Injinar Diinaa’ol Zalaalam Injinar Diinaa’ol Zalaalam Gaaddisaa Giddugala Qo’annoo Hawaafi Inistiitiyutii Teknolojii Itoophiyaatti injiinara qorataafi to’ataa saatalaayitiiti. Saatalaayitii Itoophiyaan Mudde darbe furguggeessitetti to’ataa jalqabaa ta’ee tajaajilaa jira. Injinar Diinaa’ol damee... Read more »
Hawaasn Musliimaa ji’a Ramadaanaa kan kabaju haala addaatiin Masgiidafi iddoowwan qulqulluutti. Masgidattis ta’u yeroo lulluuqqannaa (faxara) waliin sagadu, qara’u, nyaatum Rabbis kadhatu. Jin kun ji’a hawaasni Musliimaa warreen harka qal’eeyi yaadachuudhaan bakka... Read more »
Keessummaan keenya har’aa Doktar Biqilaa Hurreessaa, Hogganaa Biiroo Pabilik Sarvisiifi Qabeenya Humna Namaa Oromiyaati. Gaafdeebiin Gaazexaan Bariisaa isaan wajjin taasise akka armaan gadiitti dhiyaateeraa dubbisa gaarii! Bariisaa: Bakka dhalootaafi haala barnoota keessanii... Read more »
– Hayyootni Itoophiyaa damee misooma addaddaarratti bobba’anii biyyaafi ummata keessa bahaniif gumaacha guddaa buusaa turan hedduu ta’aniyyuu kan beekaman garuu muraasadha. Keessumaa ammoo hayyootni damee seeraatiin hawaasasaanii tajaajilaa turan hangas mara mootummaarraa... Read more »
“Barri gooba saree nama gooti” jedhama mitiiree? Gosoota Oromoo Kaaba Itoophiyaa jiran keessaa Walloo, Yajjuu, Raayyaa, Jiillee, Harxummaa, Qorii Fursee, Dhummuuggaa isaan muraasadha. Gosoonni Oromoo kunneen jaarraa hedduuf lafasaaniirra jiraachaa kan turan... Read more »