“Naqamteen magaalaa seenaqabeettii taatus dorgomtuu ta’uu hindandeenye” -Obbo Bariisoo Tamasgen

Jijjiirama siyaasaa biyyattiitti taasifameen walqabatee Oromiyaan lixaa rakkoolee nageenyaa gara garaa keessa turuun ni beekama. Yeroo ammaa kanatti immoo haalotni sun dhawaataan dhawataan geeddaramanii gara nageenyaatti waan deebi’aniif sochiin ummataa idilaa’eera. Keessattuu... Read more »

“Kootii Badhaadhinaa uffachaa yaaliin ilaalcha finxaalessummaa agarsiisuu ni jira” -Obbo Taayyee Danda’aa

Waasihun Takileetiin Jaarraa tokkoofi walakkaa oliif biyyi Itoophiyaa jedhamtu kun maqaan olkaatee haa beekamtu malee diibbaafi cunqursaa sirnoonni daraban sabaafi sablammiileerratti qaqqabsiisaa turanirraa ka’uun biyya irra dibaa keessishii bukoo turte jechuun nidanda’ama.... Read more »

“Namoonni siyaasaa of caalaa biyyaafi saba dursuu qabu” – Doktar Gammachiis Dastaa

Saamraawiit GirmaatiinNama lallaba amantii pirotestaantii keessatti daran jaalataman, akkasumas leenjii gaggeessummaarratti kennaniin qalbii namaa kan hawatan, chaanaaliiwwan amantii kanneen akka Mo’aafi ‘Evangelical’ akkasumas, kan biyya lafaa (kan amantii hintaane) ‘LTV’ hundeessuun kan... Read more »

“Mukarraa nyaadhee, mukarra jiraadhee bakka har’a ga’e qaqqabe” -Artisti Ifaa Taliilaa Caalii

 Artisti Ifaa Taliilaa Caalii sirboota haadhakoo hindu’iin, of hinsobiin, shaggooyyeefi kanneen biro sirbuudhaan beekama. Erga yeroo dhihoo as garuu muuziqaarraa fagaatee hojii tol ooltummaarratti yeroosaa dabarsaa jira. Ifaan bu’aa ba’ii jireenyaa himamee... Read more »

“Gareen misoomarratti danqaa uumaa ture waan dhabamsiifameef kana booda sababa itti qabannu hinqabnu”- Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoo

Ambaasaddar Shifarraa Jaarsoon hoggantootaafi hayyoota Oromiyaa keessaa bahuun beekumsaafi muuxannoo horataniin misooma naannichaafi biyyattiif halkanii guyyaa gumaachaniifi ammas gumaachaa jiraniidha. Jalqabumaa kaasee hundeeffama Bulchiinsaa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi biiroleeshee maraaf, akkasumas sektaroota qabeenya... Read more »

“Araarri nuufi Sinodosii gidduutti bu’e warra siyaasaatiifillee fakkeenya kan ta’uudha” -Luba Balaay Mokonnin

Nama rakkoo ummatasaatii furuuf halkanii guyyaa carraaqu, nama araaraa, nama amantiifi duudhaa Oromoo ganamaa hojiisaanii hunda keessaa mul’atu, nama jabaa, abdii sabaa, Luba Balaay Mokonnin. Nama kana namni hinbeekne jira jedhamee waan... Read more »

“Biyya diigamteefi jeeqamte keessaa Oromoon bu’aa argata jedhee kan yaadu yoo jiraate inni diina Oromooti” -Bareentuu (Sintaayyoo) Gadaa

Charinnat Hundeessaatiin Keessummaan keenya maxxansa kanaa nama waggoota dura miidhagina waltajjii, barreessaafi hirmaataa diraamaa ture yoo ta’u, nutis kutaa qophii Gaazexaa Bariisaatti anaadhufu! jenneenii gaafdeebii ittaanu wajjin taasisneerraa dubbisa gaarii. Bariisaa: Namoonni... Read more »

“Obboleessi obboleessa ajjeesee dhaadachuun daran nama gaddisiisa” -Paastar Tsaadiquu Abdoo

Natsaannat Taaddasaatiin Keessummaan keenya har’aa Paastar Tsaadiquu Abdoo jedhamu. Yeroo ammaa Pirezidaantii Gamtaa Waldaalee Kiristaanaa Warra Wangeelaa Itoophiyaa ta’anii tajaajilaa jiru. Nutis gaafdeebii tibba darbe isaan waliin taasifne akka armaangadiitti qindeessinee dhiyeessineerra.... Read more »

“Ummati Tigraay bal’aan mootummaa federaalaa deggara” -Ogeessa suuraa, Daanyee Abarraa

Takkaalliny Gabayyootiin Gaazexeessitoota Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa duula naannoo Tigraay murna juunticharratti adeemsifamerratti addadurummaan hirmaachuun gabaasaa turan shan keessaa gaazexeessaafi ogeessi kaameeraa suuraa, Daanyee Abarraa isa tokko. Turtii guyyoota afurtama marsaa lamaan Tigraayitti... Read more »

Obbo Asfaawu Tunee: Nama MNO hundeessuu keessatti shoora guddaa taphatanii amma dagataman

Saamraawiit Girmaatiin Keessummaan keenya maxxansaa kanaa hundeeffama Mootummaa Naannoo Oromiyaa keessatti nama qooda olaanaa bahataniifi ammaan tana maanguddoo waggaa 65ti. Garuu jireenyisaanii bu’aa ba’ii hedduu keessa kan darbeefi amma dagatamanii jiraniidha. Mudannoofi... Read more »