Dhalli namaa jireenya gadameessa keessaa guyyaa 280 xumuree gara dachee kanaa yommuu dhufu wantootni dachee kanarraa akka gadameessa keessaa isaaf hinmijatu. Dachee rakkinaafi bu’aa ba’iin guutamte tana keessattis wantootni garaagaraa isa mudachuu... Read more »
“Dhala dhabuu” jechuun maal jechuudha? Dhala dhabuu ykn “infertility” kan jedhamu rakkoo nama tokko akka dhuunfaatti mudatu osoo hintaane rakkoo nama lamaa “haadha manaafi abbaa manaa” mudatudha. Maatiin (haati warraafi abbaan warraa)... Read more »
Dawweessaan(mukaa’uun) dahumsa boodaa( DDB) dhufuu dandahu baay’ee sodaachisaafi eeggannaa cimaa kan barbaadudha. Dahumsa booda yeroo kamittuu jalqabuu nidanda’a. Irra caalaa dahumsa booda torbee lama hanga sadiitti kan jalqabu yoo ta’u, wal’aansa argachuu... Read more »
Yeroo amma kana addunyaa keenyarratti tamboo xuuxuun babal’achaa jira. Ga’eessota qofaa osoo hintaane daa’immanii fi dubartootni hedduun araada tamboo xuuxuun qabamanii jiru. Tamboo ofiin qabsiifatanii xuuxuu qofa osoo hintaane namoota tamboo aarsan... Read more »
Akkuma beekamu dhalli namaa erga guyyoota 280f gadameessa haadhaa keessa turee booda gara dachee kanaa dhufa. Guyyoonni 280 kunniin guyyoota cimoo dubartoota aarsaa guddaa kaffalchiisaniidha. Dubartooonni ulfaa haalli sirna qaamasaanii namoota kaanirraa... Read more »
Kaleen keenya faayidaa inni qaama keenyaaf qabu keessaa tokko dhiiga onnee keenya irraa madduun gara kalee keenyaa deeman erga dhimbiibee/calalee booda wantoota xuraa’aa qaama keenya keessa jiran gara alaatti dhabamsiisuuf gargaara. Afuuffeen... Read more »
Maxxansa kanaan waa’ee dhibee teetaanasii (Tetanusa), mallattoosaa, karaa ittiin daddarbasaafi ittisaasaa kan waliin ilaallu ta’a. Dhibeen teetaanasii maali? Dhibeen teetaanasii infeekshinii sababa baakteeriyaa kilostiriidiyeem teetaan jedhamurraa kan dhufuuf summii (toxin) qaama keenya... Read more »
Garaa kaasaa jechuun yeroo bobbaan bifa dhangala’aa ta’een si’a sadii sa’aatii 24 keessatti darbudha. Kunis gosa bishaan fakkaatuun, dhiigaa fi furrii fakkaatuun tahuu danda’a. Daa’immanis tahe namootni gurguddoon garaa kaasaan ni hubamu.... Read more »
Doktar Naafyaad Geetuu Dhibeewwan daddarboo tahan kanneen kallattii garagaraan nama dhibeen qabamerraa gara nama fayyaatti daddarbanidha. Dhibeewwan daddarboo tahan karaa qilleensaaa, nyaataa, dhiigaa, walquunnamtii saalaafi kkf nama tokkorraa gara nama biraatti daddarbuu... Read more »
Gaddi waan uumamaan dhala nama kamiin irrattuu mul’achuu danda’udha. Namoonni yeroo namni isaan jaalatan jalaa du’aniifi yeroo qorumsa jireenyaa garagaraa keessa darban miira gaddaafi mukuu agarsiisun amaluma dhala namaati. Miirri kun yeroo... Read more »